Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Asoosaa gale
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Asoosaa galeera.
Jilichi wayita Buufata xiyyaaraa Hiddaasee ga'u…
Naannoo Gaambeellaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkotti Biqiltuuwwan miiliyoona 1.7…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkotti Biqiltuuwwan miiliyoona 1.7 dhaabuu eegalameera.
Sagantichi mata duree' Ashaaraa…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa bara 2014 liqii Birrii biiliyoona 10.8 kennuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Bara baajataa xumurame 2014 liqii Birrii biiliyoona10.8 kennuu Baankiin misoomaa Ityoophiyaa beeksise.
Pireezidaantiin Baankichaa Dooktar Yohaannis…
Sirni badhaasa ‘Gadisa Award’ geggeeffameen barreessitoonni gameeyyiin badhaafaman
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Sirni badhaasicha, Badhaasa Gaaddisaa (Gadisa Award) kan Waldaa Barreessitoota Oromiyaan qophaa’e guyyaa har'aa Finfinnee Hoteela Intarnaashinaalii…
Gurmaa’ina naannoo ilaalchisee murteewwan manneen maree godinaalee fi aanaalee addaa dabarsan…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Tibbana gurmaa’ina naannoo ta'uu ilaalchisee murteewwan manneen maree godinaalee fi aanaalee addaatiin darbe Mootummaan Naannoo Kibbaa “murtee…
Ityoophiyaan seenaa Islaamummaa keessatti bakki qabdu addunyaaf sirnaan beeksisamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan seenaa Islaamummaa keessatti bakki qabdu sirnaan beeksisuun diyaaspooraawwan maqaa gaarii Ityoophiyaa ijaaruu akka qaban Deetaan Ministiraa…
Manni maree naannichaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6.7 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6 fi miiliyoona 710 fi 502 raggaasiseera.
Hogganaan Biiroo Maallaqaa fi…
Korechi daddabarsa maallaqaa fi meeshaalee biroo konkolaattota deeggarsa fe’aniin gaggeeffamu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa konkolaattota deeggarsa namoomaa fe’an keessa dhokfamee daddabarsa maallaqaa fi meeshaalee biroo gaggeeffamu…
Dirree Dawaan dammaqina dinagdee tuuriizimii fi indaastiriin argisisaa jirtu hawaasnis akka tumsu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Dirree Dawaan dammaqina dinagdee tuuriizimii fi indaastiriin argisisaa jirtu cimee akka itti fufuf hawaasnis tumsu akka qabu Sadarkaa Ministiraatti Itti…
Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u-Hordoftoota Amantii Adiveentistii
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u jechuun hordoftoonni Amantii Guyyaa 7ffaa (Adiveentistii) himan.
Manni Amantaa Adiveentistii…