Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u-Hordoftoota Amantii Adiveentistii
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u jechuun hordoftoonni Amantii Guyyaa 7ffaa (Adiveentistii) himan.
Manni Amantaa Adiveentistii…
Utubaalee badhaadhinaa dhugomsuuf beekumsi meeshaa ijoodha-Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Utubaalee badhaadhinaa keenya dhugoomsuuf barnoonnii fi beekumsi meeshaalee murteessoo ta’uu, Sadarkaa Ministiraatti Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa fi…
Saganataan misooma qamadii biyyaalessa Ityoophiyaa, galma wabii nyaataan of danda’uu milkeessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hojiirra oolchaa kan jirtu sagantaan misooma qamadii biyyaalessaa, galma wabii nyaataan of danda’uu qabame milkeesuuf imaammata fi…
Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Naannoon Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiraachuun eerame.
Har’a kan jalqabe yaa’iin naannichaa guyyoota sadiif…
Seeran alaa Naannoo Tigiraay seenuuf kan ture Birrii miiliyoonni 8.8 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Konkolaataa deeggarsa namooma fe’e keessa dhoksamee Naannoo Tigiraayitti geejibsiifamaa kan ture Birrii miiliyoonni 8.8 ol to’atamuun eerame.…
Ministireechi yaa’ii bulchiisa marsariitii idil addunyaa ilaalchise hoggansa Koomishinii Diinagdee…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii Bulchiisa Marsariitii Idila Ddunyaa 17ffaa ilaalchise Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan, Dhaabbata…
Yuunivarsiitiin Harraambee baratoota sagaantaa gara garaan barsiisa ture 1600 ol ebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Harraambee Kampasiin Adaama, barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 690 marsaa 19ffaaf eebbisiiseera.
Sirni eebbaa…
Aadde Firehiiwoot Taammiruu badhaasa hojii raawwachiiftota olaanoo ciccimoo Afrikaa injifatan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Hoji Raawwachiiftuu Olaantuun Ityoo Teelekoom Aadde Firehiiwoot Taammiruu damee telekominikeeshiniin badhaasa Hojii Raawwachiiftotaa Olaanoo Ciccimoo…
Finfinneetti rasaasni kilaashii fi shugguxii kuma 17 ol meeshaalee waraanaa biroo waliin to’aaman
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa finfinneetti, seeraan alaa daddabarfamaa kan turan rasaasni kilaashii fi shugguxii kuma 17 ol meeshaalee waraanaa garaagaraa waliin to’aamuu…
Itti gaafatamaa kakaasii fi ololaa Alshabaab Fo’aad Mahaammad Kaleef dabalatee hoggantoonni…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) –Itti gaafatamaa kakaasii fi ololaa Alshabaab Fo'aad Mahaammad Kaleef dabalatee hoggantoonni garichaa sadi barbadaa'uu Itti gaafatamaan Bobbii Raayyaa…