Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaashamanneetti meeshaaleen seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.3 ol ta’an to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Shaashamanneetti meeshaaleen seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.3 ol ta'an to'atamuu Itti Aanaan Daarektoreetii Waajjira Poolisii Aanaa Lammaffaa…
Galateeffannaan hojii caalu hojjechuuf barbaachisaa waan ta’eef cimee itti fufuu qaba- Abbootii…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Galateeffannaan hojii caalu hojjechuuf barbaachisaa waan ta’eef cimee itti fufuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa Islaamaa.
Sagantaan galateeffannaa…
Gareen shororkeessaa Al-Shabaab kisaaraa cimaa keessummeessuun gara dhufetti deebi’eera- M/Jeneraal…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Tarkaanfii garee shororkeessaa Al-Shabaab gara Ityoophiyaatti lo’ee seenuuf yaalii taasise irratti fudhatameen garichi kisaaraa cimaa keessummeessuun…
Hidha Laga Daadhii fi Dirree haaromsuuf walliigalteen Doolaara miiliyoona 11 mallateeffaame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hidha Lagaa Daadhii fi Dirree haaromsuu fi fooyyessuuf dhaabbata Xaaliyaanii Saaliinii waliin waliigaltee Doolaaraa…
Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makannin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Naannichatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni dhibbi 7 fi miiliyoonni 70 dhaabamuu Biiroon…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Balallii marsaa sadiin guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa…
Diyaaspooraawwan milkaa’ina marii biyyaalessaaf gahee isaanii akka bahataniif haalli ni…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Diyaaspooraawwan lammiilee Ityoophiyaa ta’an milkaa’ina marii biyyaalessaaf gahee isaanii akka bahatan haala mijieessuuf qophii ta’uu ta’uu Koomishiniin…
Sagantaan galateeffannaa “Ityoophiyaan Haa Galateeffattuu” Masjiida Anuwaaritti gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Sagantaan galateeffannaa “Ityoophiyaan Haa Galateeffattuu” magaalaa Finfinnee Masjiida guddicha Anuwaaritti gaggeeffameera.
Sagantichi bu’uura Manni…
Yeroo jalqabaaf Boordiin Bulchiinsa Waldaa Abukaatotaa Federaalaa hundaa’e
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti yeroo jalqabaaf Boordiin Bulchiinsa Waldaa Abukaatotaa Federaalaa guyyaa har’aa hundaa’eera.
Boordiin abukaatotaa seeraa fi seera…