Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin barsiisota Afaan Chaayinaa barsiisaniif kenname
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa Embaasii Chaayinaa waliin ta’uun, barsiisoota Afaan Chaayinaa manneen barnootaa ifa boruu bultii addaa Sadarkaa 2ffaatti…
Leenjiin barsiisota Afaan Chaayinaa barsiisaniif kenname
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa Embaasii Chaayinaa waliin ta’uun, barsiisoota Afaan Chaayinaa manneen barnootaa ifa boruu bultii addaa Sadarkaa 2ffaatti…
Agarsiisni hojii giddugala Egzibiishiniifi Baazaarii Finfinneetti baname
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Hojjetaa fi Hojjechiisaa kan walquunnamsiisu agarsiisni hojii marsaa 2ffaan magaalaa Finfinnee Giddugala Egzibiishiniifi Baazaarii Finfinneetti banameera.…
Ijaarsa diinagdee keessatti dhaabbilee teekinikaa fi ogummaa misooma magariisaan dabaaluun…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Ijaarsa diinagdee keessatti dhaabbilee teekinikaa fi ogummaa, misooma magariisaan dabaaluu fi hojiilee isaanii qindeessuun ogummaa jiru sakatta’uun…
Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa fi miidiyaaleen Dirree Dawaatti Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa,Faanaa Broodkaastiing Koorporeeti, Waaltaa Miidiyaa Komonikeshini Korporeeshinii, Waafaa Markeetiingii fi…
Hawaasni Biqiltuu dhaabe akka dhala isaanitti kunuunsuu qaba – Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Hawaasni Biqiltuu dhaabe akka dhala isaanitti kunuunsuu akka qabu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu…
Dhaabbatichi hoggantootaa fi hojjettoota rakkoo namuusaa qaban 120 irratti tarkaanfii fudhachuu…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa Hoggantootaa fi hojjettoota kenniinsa tajaajilaarratti rakkoo namuusaa uumuun 120 tarkaanfiiwwan garaagaraa…
Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz yaa’ii idilee gaggeessu eegale
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz yaa’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesuu eegaleera.
Manni marichaa guyyootaa lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u,…
Bara baajataa darbe rakkoo birmadummaa Ityoophiyaa muudate qolachuuf hojii jajjabeessaan hojjetame –…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Bara baajataa darbe rakkoo birmadummaa Ityoophiyaa muudate qolachuuf hojiin hojjetame bu’aa qabeessa kan ture ture ta’uu Ministirri…
Manni Maree Naannoo Gambeellaa yaa’ii idilee gaggeessu eegale
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Biyyaalessaa Ummattoota Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa guyyaa har’aa Magaalaa Gambeellaatti gaggeesuu eegaleera.…