Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bulchiinsa Dirree Dawaa baajata 2015 Birrii biiliyoona 5.1 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Dheengadda yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu kan jalqabe Manni Maree Bulchiinsa Dirree Dawaa wixinee baajata bara 2015 dhiyaate Birrii biiliyoona 5 fi…
Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti bakka buutuu ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti bakka buutuu ergamaa Addaa Gamtaa…
Guyyaa boruu Masjiidoota magaalichaa hunda keessatti sagantaan galateeffannaa ni gaggeeffama –…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu Solaataa Juma'aarratti Masjiidoota magaalichaa keessatti argaman hundatti sagantaan galateeffannaa kan gaggeeffamu ta'uu Manni Maree…
Pireezidaanti Saahilawarq, Aadde Ma’aazaa fi Dooktar Ergoogeen sagantaa galateeffannaa…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq zawdee, Pireezidaantiin Manq Murtii Waliigalaa Aadde Ma'aazaa Ashannaafii, Ministirri Ministeera Dhibba Dubartootaaf…
Gareen Alshabaab naannoo Somaalee loo’ee seene haalan barbadaa’e – Obbo Musxafee…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa Alshabaab naannoo Somaalee loo'ee seene haala sodaa nageenyaa hin ta'uu hin dandeenyeen barbadaa'uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ogeeyyii miidiyaa fi kominikeeshinii galateeffate
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ogeeyyi miidiyaa fi kominikeeshinii odeeffannoo hawaasaan ga’uun dirqama isaanii bahachaa jiran Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa galateeffate.…
Michummaan Ityoophiyaa fi Raashiyaa fakkeenya argisiistuu tumsa damee hedduuti-Xiinxalaa Siyaasaa…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Michummaan Ityoophiyaa fi Raashiyaa fakkeenyaa argisiistuu tumsa damee hedduuti jechuun teessoon isaa Raashiyaa kan ta’e, Xiinxalaan Siyaasaa Ameerikaa…
Ityoophiyaan biyya qormaatileen hin injifatamne ta’uu bara baraan argisiisuun ragaa jiraataadha-…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan biyya qormaatileen hininjifatamne ta’uu bara baraan argisiisuun ragaa jiraataadha jechuun Ittigaafatamaan Waajjira Muummee Ministiraa fi…
Daandichi dhaabbata oomishaa xiyyaaraa waliin ajaja xiyyaaraa ‘AirBus A350-100’ mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata oomishaa xiyyaaraa Air Bus waliin ajaja xiyyaaraa 'AirBus A350-1000' Afrikaa keessaa kan jalqabati jedhame…
Mootummaan rakkoo kaaba biyyattii hiikuuf marii nageenyaa bakkaafi yeroo kamittuu gaggeessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Mootummaan Federaalaa rakkoo kaaba biyyattii hiikuuf marii nageenyaa bakkaafi yeroo kamittuu gaggeessuuf qophii ta’uu ibsameera.
Gorsaan Dhimma…