Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni fi Hojjettoonni Waajjira Pirezidaantii Oromiyaafi Miseensonni Humna Addaa Oromiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Hoggantoonni fi Hojjettoonni Waajjira Pirezidaantii Oromiyaafi Miseensonni Humna Addaa Oromiyaa Sirna galateeffannaa "Ityoophiyaan Haa Galateeffattuu"…
Poolisiin Federaalaa sagantaa galateeffannaa gaggeesse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa bu’uura ergaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad,” Har’as akkuma kaleessaa qormaatilee injifannoon ceenee harka keenya galataaf…
Duulli tarkaanfii shororkeessaa shaneerratti fudhachuu gaggeeffamaa jiru itti fufuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Godina Qeellem Wallaggaa duulli tarkaanfii shororkeessaa shaneerratti fudhachuu gaggeeffamaa jiru cimee itti fufuu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.…
Injifannichi maqaa gaarii Ityoophiyaan injifattuu ta’uu kan argisiiseedha- Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Injifannoon Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffarratti argisiisan Ityoophiyaan kan ittiin beekamtu maqaa gaarii ijifattuu…
Daawwannaa hojii Sargee Laavroov Ityoophiyatti taasisaniin murtoowwan faayidaa biyyoota lameenii…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Daawwannaa hojii Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Ityoophiyatti taasisaniin murtoowwan faayidaa biyyoota lameenii eegsisan…
Mannii maree naanno Amaaraa Baajataa baraa 2015 Birrii biiliyoona 95.31 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Naannoon Amaaraa baajataa baraa 2015 biroo maallaqaa naannichaan dhiyeete birrii biiliyoona 95.31 raggaasiseera.
Baajatichis gareewwan…
Yaa’iin Bulchiinsa Marsariitii Biyyaalessaa Ityoophiyaan qopheessitu Hagayya 28, 2014 gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Yaa’iin Bulchiinsa Marsariitii Biyyaalessaa yeroo jalqabaaf Hagayya 28, 2014 Finfinneetti akka gaggeeffamuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknoolojii…
Pirezidaantonni naannolee garaagaraa garee Atileetiksii Ityoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)- Pirezidaantonni naannolee garaagaraa garee Atileetiksii Ityoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Pirezidaantiin naannoo Somaalee obbo…
Sirni galateeffannaa Atileetotaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)-Sirni galateeffannaa Ityoophiyaanotaafi Atileetotaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti, Finfinnee Gidduugala Galma Aadaa Oromootti gaggeeffameera.…
Fandiin Misooma Afrikaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4.3 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)- Boordiin Daayrektarootaa Fandiin Misooma Afrikaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4.3 raggaasisuu beeksise.
Deeggarsichi rakkoolee damee…