Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen Murtii har’arra eegalee hanga Fulbaana 20 bara 2015tti gariin cufaa ta’uu eerame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Manneen Murtii Oromiyaa har’a Adoolessa 21, 2014 irra eegalee hanga Fulbaana 20, 2015'tti yeroo boqonnaa abbootii seeraa waan ta'eef gariin cufaa ta’uu…
Ityoophiyaa fi Hindiin damee saayinsi, teeknooloojii fi innooveeshiniirratti waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Hindiin damee saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshiniirratti waloon hojjechuuf waliigaluu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Israa’eel muuxannoo gama carraa uumuutiin qabdu Ityoophiyaaf qooduuf qophiidha jette
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)- Israa’eel muuxannoo gama carraa hojii uumuutiin qabdu Ityoophiyaaf qooduuf qophii ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde…
Kaabineen magaalichaa jila Atleetiksii Ityoophiyaaf kennaan garaagaraa akka laatamu murteesse
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesseef kennaan…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 52 Saa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 52 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa 850…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galgala kana Finfinnee ni gala
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaarratti 18ffaarratti hirmaachuun injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa manneen amantaa hundatti sagantaan galateeffannaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa ergaa galateeffannaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhiyeessan hordofee manneen amantaa…
Seergee Laavroov daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebia’an
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Seergee Laavroov daawwannaa isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Laavroov kaleessa gara…
Ministeerichi sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolche
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolchuu beeksiseera.
Hojjettoota gidduutti…
Pireezidaanti Shimallis injifannoo jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galmeessise ilaalchisee ergaa baga…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan injifannoo Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa18ffaa irratti…