Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Dirree Dawaa qondaaltotaa fi hoggantoontaa olaanoo eebbise
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Dirree Dawaa qondaaltotaa fi hoggantoontaa olaanoo 104 leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti, Afyaa’ii…
Rasaasni karaa seeran alaa Magaalaa Adaamaa seenuuf ture kumni 4 fi 603 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Rasaasni karaa seeran alaa Mataaraa ka'uun Magaalaa Adaamaa seenuuf ture kumni 4 fi 603 to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise.
Rasaasni Kilaashii…
Gareen Alshabaab karaa Godina Afdeer loo’ee seene guutumaa guutuutti barbadaa’uu…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Hidhattoonni garee Alshabaab guyyaa 4 dura naannoo Somaalee karaa Godina Afdeer loo'ee seene iddoo addaa 'Huulhuul' jedhamutti marfamuun guutumaa…
Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 27 ol walitti…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 27.72 ol walitti qabuu beeksiiseera.
Gurgurtaa Elektirikaarraa…
Fiilmin KEESKOO Eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Fiilmin KEESKOO magaala Finfinnee Hoteela Eliyaanatti guyyaa har’aa eebbifameera.
Qabiyyeen fiilmichaas KEES KOO kan jedhu yoo ta'u aadaa godinaalee…
Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaadha jedhame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaa waan ta’eef garaagarummaa dhippisuun, wal danda’uun, wal kabajuufi…
Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Bara baajataa 2014tti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii keessatti hojii eegaluu Korporeeshiniin…
Oromiyaatti tajaajilli lammummaa mata duree ” haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Adoolessa 18 irraa eegalee guutuu Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree '' haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha '' jedhuun kan eegalu…
Naannoo Gambeellaatti hoggantoonni 5 itti gaafatamumaarraa kaafaman
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Naannoo Gambeellaatti gamaaggama mootummaa fi paartii guyyoota shaniif gaggeeffamaa tureen hoggantoonni 5 itti gaafatamumaa isaaniirraa akka kaafaman…
Kolleejjiin Giloobal Amboo barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 200 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Kolleejjiin Giloobal Amboo barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 200 ol eebbisiiseera.
Kolleejjichi barattoota digrii jalqabaafi…