Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannolee damee Intarpiraayizii Oomishaan raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekamtiifi badhaasni…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Naannolee damee Intarpiraayizii Oomishaan raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekamtiifi badhaasni kennamuu ibsame.
Misoomni Intarpiraayizii…
Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awuur waliin haala sochii misooma naannichaa misooma…
Yaa’iin Mana Maree Naannoo Kibbaa muudama garaagaraa raggaasisuun xumurame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa muudama garaagaraa raggaasisuun xumurameera.
Mana marichaan kan muudaman qaamolee raawwachiistotaa 2 fi…
Dirree Dawaatti piroojektoonni Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti piroojektoonni 20 Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman.
Piroojektoonni kunneen bakka Af Yaa’iin magaalaa Dirre Dawaa…
Miidiyaaleen bu’aa qabeessummaa sagantaa Ashaaraa Magariisaaf itti gaafatamummaa dachaa qabu jedhame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen sagantaan Ashaaraa Magariisaa bu’aa qabeessa akka ta’uuf hawaasa dadamaqsuu bira darbee dhaabbii biqiltuurratti hirmaachuuf itti…
Aanaa Ambaasaalitti rasaasni moortaarii 26 fi fiyuuziin moortaarii 27 argame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaasaal ganda 03itti rasaasni moortaarii 25, rasaasni laawuncharii 1 fi fiyuuziin moortaarii 27 argamuu…
Biirichi barattoota ogummaa garaagaraan leenjise kuma 10 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Biiroon Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa fi Misooma Teekinooloojii magaalaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture kuma 10 ol guyyaa har’aa…
Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa miseensota poolisii leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa miseensota poolisii sagantaalee garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 631 eebbisiisaa jiraachuu ibsame.
Sagantaa…
Warqeen Birrii miiliyoona 33tti tilmaamamuu fi maallaqni biyyoota garaagaraa to’atamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Dirree Dawaatti Warqeen Birrii miiliyoona 33tti tilmaamamuu fi maallaqni biyyoota garaagaraa to’atamuu ibsameera.
Warqicha dabalatee maallaqoonni…
Bulchiinsi magaalichaa boqonnaa xumura bara 2014 fi boqonnaa qophii bara 2015 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee boqonnaa xumura bara 2014 fi hojii boqonnaa qophii bara 2015 gamaaggamaa jiraachuu ibsame.
Gamaaggamichi bakka …