Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni walichaa oppireeshinii magaalaa Finfinnee fi naannawaasheetti gaggeesseen miseensota qaamolee…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Federaalaa oppireeshinii magaalaa Finfinnee fi naannawaasheetti gaggeesseen miseensota qaamolee farreen nageenyaan…
Magaalichatti Shugguxiin seeraan alaa fi rasaasni to’annoo jala oole
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Hordoffii Poolisiin Magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa taasisaniin shugguxii fi rasaasni seeraan alaa to’annoo jala ooluu…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Warshaan Daabboo guyyaan Daabboo kuma dhibba 1 oomishu…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Warshaan Daabboo guyyaan Daabboo kuma dhibba 1 oomishu eebbifamuun tajaajila eegaleera.…
Dhaabbileen mootummaa federaalaa fi naannoo bakkoota garaagaraatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Hojjettoonnii fi hoggantoonni Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii fi jiraattoonni Godina Arsii Aanaa Martii biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaa…
Jiraattoonni Aanaa Ciroo Misooma barnootaaf Sangoota 16 fi Birrii kuma 50 ol arjooman
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa aanaa Ciroo ganda Ijafaraa Misooma barnootaaf Sangoota 16 fi Birrii kuma 50 ol arjoomaniiru.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 65 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014(FBC)- Guyyaa har’aa balallii marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 65 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiileen gara biyyaa…
Adeemsa baruu fi barsiisuu teeknooloojiin deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Adeemsa baruu fi barsiisuu manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa teeknooloojiin deeggaruuf Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii fi Dhaabbata Dhuunfaa…
Pireezidaanti Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon magaalaa Hararitti biqiltuu…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo magaalaa Hararitti biqiltuu dhaabaniiru.…
Siwiizarlaand hariiroo daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufuuf…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministitaa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiizarlaand Taamaaraa Moonaa…
Manni Maree Naannoo Kibbaa Baajata bara 2015 dhiyaate Birrii biiliyoona 46.3 ol raggaase
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii idilee gaggeessaa jiruun Baajata bara 2015 dhiyaate Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba3 ol…