Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaammanni dameen daandii ittiin hogganamu qophaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Imaammanni dameen daandii ittiin hogganamu qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.
Ministeerichi wixinee imammataa…
Bara 2014tti indastiriiwwan damee maanufaakchariingii kuma 2 fi 761 hundaa’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Bara 2014’tti indastiriiwwan damee maanufaakchariingii haaraa kumni 2 fi 761 hundaa’uu Misoomni Intarpiraayizii Ityoophiyaa beeksise.
Misoomni…
Godina Arsii Lixaatti Qamadiin Kilaasteraan lafa hektaara kuma 79 fi 887 irratti misoomaa jira
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin qamadiin lafa hektaara kuma 79 fi 887 irratti kilaasteraan misoomaa jiraachuu Waajjirri qonnaa godinichaa…
Diinagdeen biyyattii dhiibbaa keessaa fi alaa dandamachuun jijjiirama gaariirratti argama- Obbo…
Finfinnee, Adoolessa15, 2014 (FBC)- Diinagdeen Ityoophiyaa dhiibbaa keessaa fi alaa dandamachuun jijjiirama gaariirratti kan argamu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen…
Hoggansi fayyadamummaa ummataaf xiyyeeffannaa kennee hojjechuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa15, 2014 (FBC)- Hoggansi fayyadamummaa ummataaf xiyyeeffannaa kennee hojjechuu akka qabu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.…
Biyya Magariisaan uwwiifamte dhaloota dhaalchiisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Biyya Magariisaan uwwiifamte dhaloota dhufuu dhaalchiisuuf hirmaannaan hawaasa hundaa murteessa ta'uu Ministeerri Haqaa beeksise.
Jilli Deetaa…
Namni dhuunfaa Birrii sobaa kuma 25 sangaa bite to’atame
Finfinnee, Adoolessa15, 2014 (FBC)- Naannoo Gambeellaa godina Maajang aanaa Goodareetti namni dhuunfaa Birrii kuma 25 sangaa bite to’atamuu ibsame.
Shakkamichi yakkicha erga raawwateen…
Fiigicha Gulaallii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa xumuraaf…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha gulaallii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti…
Maallaqoonni biyyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 257 fi Warqeen Kiiloo Giraamni 6 ol…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) - Maallaqoonni biyyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 257 olii fi Warqeen Birrii miiliyoona 24 ol baasu Kiiloo giraamni 6 ol to'atameera.…
Buufanni Gogaan Ityoo – Sudaan Matammaa – Galaabaat tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) - Buufanni Gogaan Ityoo - Sudaan Matammaa - Galaabaat guyyaa har'aa tajaajila laachuu eegaleera.
Hariiroon obbolummaa Ityoophiyaa fi Sudaan baroota…