Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Beenishaangul Gumuzitti guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 7.7 dhaabbachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 7.7 dhaabamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa beeksise.
Biirichatti…
Caffeen Oromiyaa ajandaa isaa xumuuraan Muudama Koreewwan Dhaabbii Caffee sadii raggaase
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Caffeen Oromiyaa ajandaa isaa xumuuraan Muudama Koreewwan Dhaabbii Caffee sadii raggaaseera.
Haaluma kanaan:-
1) Aadde Mastaawot Fayyisaa - Dura…
Xaa’oon tooniin 262 hatattamaan qonnaan bultoota Tigraay bira ga’e
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Xaa’oon tooniin 262 hatattamaan qonnaan bultoota Tigraay bira ga’uu Dhaabbanni Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa beeksise.
Deeggarsichi dhaabbatichaafi…
Caffeen Oromiyaa Muudama Kaadhimamtoota Abbootii Seeraa 320 raggaase
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Muudama Kaadhimamtoota Abbootii Seeraa 320 raggaaseera.
Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Muudama Kaadhimamtoota…
Komishinar Kaffaaloo Tafarraan hogganaa Biiroo Bulchiinsiif Nageenyaa Oromiyaa ta’uun muudaman
Komishinar Kaffaaloo Tafarraan hogganaa Biiroo Bulchiinsiif Nageenyaa Oromiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa…
Caffeen Oromiyaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158.6 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158 fi…
Caffeen gabaasa Raawii hojii bara 2014 fi kallattii karooraa bara 2015 waajjira Caffee Oromiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Caffeen Oromiyaa gabaasa Raawii hojii bara 2014 fi kallattii karooraa bara 2015 waajjira Caffee Oromiyaa sagalee caalmaan mirkaneesseera.
Manneen Maree…
Maqaa Dooktar Kabajaa Artiist Alii Birraan Paarkiin moggaafame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa maqaa Dooktar Kabajaa Artiist Alii Birraan Paarkii moggaasuu ibsame.
Hojiilee Muuziqaan jaarraa…
Keeniyaatti gatiin Daakuu boqqolloo akka nyaata ijootti tajaajilu walakkaan hir’achuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Gatiin Daakuu Boqqoolloo akka nyaata ijootti tajaajilu walakkaan hir’achuu gabaafameera.
Pireezidaantiin Keeniyaa Uhuuruu…
Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Kibxata dhufu Finfinnee ni galu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif Kibxata dhufu Finfinnee ni galu jedhame.
Sargee Laavroov guyyoota…