Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158.6 dhiyaate ni…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158 fi…
Salvaa Kiirii fi Riik Maachar waliigaltee nageenyaa saffisaan hojiirra oolchuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Salvaa Kiir Maayardiitii fi itti aanaan pireezidaantii biyyattii Riik Maachar waliigaltee nageenyaa saffisaan hojiirra…
Manni Murtii Aadaa haqa qulqulluu kennuu keessatti gahee olaanaa qaba – Obbo Gaazaalii Abbaa Simal
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufeera.
Manni Murtii Waliigalaa…
Waltajjiin Marii Duudhaa Haaraa dhimma Tokkoo mata duree ‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii Duudhaalee Haaraa Dhimma Tokko mata duree "‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa ’ " jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti…
Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni Marichaa yaa’ii idilee…
Naannoo Amaaraatti Manneen Barnootaa sababa walitti bu’iinsaan barbadaa’an hojiin deebisanii…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti Manneen Barnootaa kuma 1 ol sababa walitti bu’iinsaa barbadaa'an hojiin deebisanii ijaaruu har’a magaalaa Dasseetti…
Beenishaangul Gumuzitti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 7.5 dhaabuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 7.5 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duulicharratti pirezidaantii naannichaa Obbo…
Biyyoonni miseensota IGAD karoora balaa umamaa fi namtolchee dandamachiisu hojiirra oolchuu…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensota Dhaabbataa Misoomaa Mootummoota Baha Afriikaa (IGAD) karoora balaa umamaa fi namtolchee dandamachuu dandeessisu hojiirra oolchuu…
Poolisiin Federalaa fi Poolisiin Xaaliyaanii dhimmoota gamlameenii fi nageenya idil addunyaarratti…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Poolisiin Federalaa fi Poolisiin Xaaliyaanii dhimmoota gamlameenii fi nageenya idil ddunyaarratti Roomitti mari’ataniiru.
Jilli Komishinara…
Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 71 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Saa’ud Arabiyyaatti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 71 gara Ityoophyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa…