Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroo Ityoophiyaa fi Giriik cimsuuf waliin hojjechuu barbaachisa-Ministira Dhimma Alaa Giriik
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Hariiroo gaarii Ityoophiyaa fi Giriik gidduu cimsuuf itti fufsiisuuf biyyoonni lameen waloon hojjechuu akka qaban Ministirri Dhimma Alaa Giriik Nikoos…
Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46.3 ol akka ta’u murteesse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 16 ol akka ta’u murteessuun Mana…
Yaa’iin Mana Maree Naannoo Kibbaa boruurraa eegalee gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Sabaa fi Sablammoota Ummatoota Kibbaa, yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa, marsaa 6ffaa boruurraa eegalee gaggeessaa.
Manni marichaas…
Magaalaan Hoolotaa galii Birrii miiliyoona 433 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Bulchinsi Magaalaa Hoolataa bara baajataa kana galii gibiraa Birrii miiliyoona 433 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Magalichatti duullii…
Yaadannoo waggaa 45ffaa wareegama Abubakar Muusaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Sirni yaadannoo wareegama waggaa 45ffaa Gameessa Qabsoo, Artistii fi Gaazexessaa Abubakar Muussaa Naannoo Hararitti gaggeeffameera.
Sirna yaadanoo…
Bara 2014 pirojektoonni 17 ijaaramanii xumuramuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa Beeksise
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Bara baajataa xumurame 2014tti pirojektoonni 17 ijaaramanii xumuramuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksiseera.
Tajaajilichi akka beeksisetti,…
Koomishinar Lalisee Nameen Joon Roobiinsan waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Lalisee Namee Embaasii Ameerikaa Ityoophiyaatti Itti Gaafatamaa Dhimmoota Siyaasaa fi Dinagdee Joon Roobiinsan…
Wixinee bajataa 2015 Naannoo Hararii Birri biiliyoona 3.4 ol akka ta’u murteesse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Kaabinee Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Hararii wixinee baajataa bara 2015 naannichaa Birrii biiliyoona 3.4 ol akka ta’u murtee dabarseera.…
Kaasaa Giitaatti mana barnootaa sadarkaa 1ffaa deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar Kaasaa Giitaatti, mana barnootaa sadarkaa 1ffaa Daarsaa Giitaa deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Dhagaa bu’uuraa kana…
Aadde Adaanach Abeebeen kutaa Magaalaa Liddataatti Piroojektoota garaagaraa eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Kutaa Magaalaa Liddataatti Piroojektoota garaagaraa Birrii miiliyoona 40'n…