Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Sidaamaa raawwii hojii bara 2014 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota naannoo, magaalootaa fi aanaalee waliin raawwii hojii bara 2014…
Tajaajillii Kominikeeshinii Mootummaa fi Inistitiyuutiin Intalajansii Artifiishaalaa waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Tajaajillii Kominikeshinii Mootummaa fi Inistitiyuutiin Intalajansii Artifiishaalaa gama teeknooloojiin odeeffannoo waljijjiiruuf kan dandeessisuu…
Caffeen Oromiyaa, Yaa’ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Yaa’ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Obbo…
Bara 2015 keessa diinagdee Gooroo % 6.9 guddisuuf karoorfameera – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan miseensota Caffee Oromiyaaf karoora hojii bara 2015 naannichaa dhiyaassaa jiru.…
Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaatti raammoon geerii mudate
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godinaa Shawaa Kaabaa aanaalee torbatti raammoon geerii mudachuu Qajeelchi Qonnaa Godinichaa beeksise.
Dursaan Garee Misoomaa…
Magaalaa Gaambeellaatti daangeffamni sa’aatii labsamee ture kaafame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Tibbana sababa nageenyaa Magaalaa Gaambeellaan walqabatee guyyoota muraasaan dura daangeffamni sa’aatii labsamee ture kaafamuu Biiroo Dhimmoota…
Ambaasaaddar Injiinar Silashii Baqqalaa Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Gaanfa Afriikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Kutaa magaalaa Qiirqoositti namni matta’aa Birrii Kuma 200 fudhachuun shakkame harkaaf harkatti…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoositti namni matta’aa Birrii kuma 200 fudhachuun shakkame harkaaf harkatti qabamuu ibsame.
Namni dhuunfaa kun…
“Ashaboo qofaan alaa bitadha”
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) - Aadde Birqee Kabtiyimar har’a manguddoo umrii 82ti. Magaalaan Harar iddoo maatii horatanii umriin raaganii, amma akkoo itti ta’aniidha.
Umrii isaanii…
Yaa’iin Biyyaalessaa Hararii murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumurame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Yaa’iin idilee Biyyaalessaa Hararii 2ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaan murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumurameera.
Af yaa’iin yaa’ichaa obbo Muhiyidiin…