Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 66 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 66 guyyaa hardhaa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiileen kunneen fedhii…
Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa boru kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Yaa'iin Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adoolessa 13 kan eegalu ta’uu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’adaa Abdurahmaan ibsan.…
Ityoophiyaatti piroojektiin buqqaatii lammiilee hir’isuu dandeessisu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa fi Dhaabbata Misoomaa Kooriyaa Kibbaa waliin ta’uun Ityoophiyaatti Piroojektii buqqaatii…
Adaamaatti Doolaara Ameerikaa Kuma 46 seeraan alaa daddarbaa turee fi faayaaleen to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Adaamaatti Doolaarri Ameerikaa kumni 46 ol seeraan alaa daddabarfamaa turee fi faayaaleen Warqee to’atamuu Poolisiin Magaalatti beeksise.
Ogeessi…
Ameerikaan Ityoophiyaaf dabalataan deeggarsa Doolaaraa miiliyoona 55 taasiste
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ wabii nyaataaf Ityoophiyaaf kan ooluu dabalataan deeggarsa Doolaaraa miiliyoona 55 taasisuu beeksise.
Sababa…
Mariin walta’iinsa diinagdee Hindii fi Ityoophiyaarratti xiyyeeffatee gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Hindii gidduu walta’iinsa dinagdee jiruu fi hariiroo gam-lameenii caalmaan cimsuuf kan dandeessisuu Hindii Niwudeelhiitti mari’atameera.…
Koomishiniin Marii Biyyaalessaa bara 2015 ergama isaa %60 akka raawwatu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Koomishiniin Marii Biyyaalessaa bara baajataa 2015 ergama isaa %60 akka raawwatu beeksise.
Koomishinichi karooraa tarsiimoo waggootaa sadii keessaa…
Bu’aa qabeessummaa hojiilee bulchiinsa gaariif itti fayyadamni baajataa haqa qabeessi murteessaadha…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Lammiileef hojiilee misoomaa fi bulchiinsa gaarii bu’aa qabeessa taasisuuf haqa qabeessaan baajata waliin gahuun murteessaa ta’uu Pirezidaantiin Naannoo…
Piroojektiin fooyyessa jireenyaa naannawaa gammoojjii aanaalee 100 fi kilaastaroota 28 keessatti…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Piroojektiin fooyyessa jireenyaa naannawaa gammoojjii aanaalee 100 fi kilaastaroota 28 keessatti hojiirra oolaa jiraachuu Ministeerri Jallisii fi…
Tajaajilichi hojiin deebisanii ijaaruu buufataalee raabsaa elektirikii 8’tti gaggeessaa jiru…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Buufataalee raabsaa humna elektirikii saddeetitti hojiin deebisanii ijaaruu fi dandeettii isaanii guddisuu gaggeeffamaa jiru dhiyeenyatti akka xumuramu…