Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajaji Dhihaa kallatti kamirraayyuu balaa aggaamamu dhaabuuf ga’umsa dandeessisu ijaareera-L/J…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Ajaji Dhihaa kallatti kamirraayyuu balaa aggaamamu haala amansiisaan dhaabuu fi fashaleessuuf ga’umsa dandeessisu ijaaruu Ajajaa Olaanaa Ajajichaa…
Haala nageenya magaalaa Finfinneerratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Komishiniin Poolisii magaala Finfinnee Ejensiiwwan Eegumsaa dhuunfaa waliin haala nageenya…
Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan dhaabbii biqiltuu godaantonni Afrikaa irratti hirmaatan eegalame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan dhaabbii biqiltuu godaantonni biyyoota Afrikaa Kaampiiwwan godaantotaa garaagaraa keessa jira irratti hirmaatan…
Gaazexessitoonni miidiyaalee garaagaraa Giddugala biqiltuuwwanii Gullalleetti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014(FBC)- Sagantaa Waajjirri Muummee Ministeeraa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaaf qopheesseen gaazexeessitoonni miidiyaalee biyya keessaa fi alaarraa walitti…
Hanga guyyaa kaleessaatti biqiltuu biiliyoonni 4.2 dhaabbateera- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Hanga Adoolessa 11,2014tti waliigalaan biqiltuun biiliyoonni 4.2 ol dhaabbachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magariisaa…
Yaa’iin Biyyaalessaa Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014(FBC)- Yaa’iin Biyyaalessaa Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.
Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara 2014…
Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 6.6 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 6.6 sanyiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Ministirri Deetaan…
Haadha Barataa Efireemiif manni jireenyaa abbaan ciisiicha 2 kenname
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Haadha barataa Efireemiif manneen kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii giddugaleefatanii ijaaraman keessaa mana abba…
Obbo Tawaldee Gabramaariyaamiif badhaasni bara jireenyaa laatame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Hojii Raawwachiisaa duraanii Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Obbo Tawaldee Gabramaariyaam ga'umsa hoggantummaa olaanaa damee geejjiba Qilleensaarratti…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 40 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammilee deebisuuf hojiilee hojjetameen, lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 40 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’uu Ministeerri…