Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sudaan Ityoophiyaa waliin qindoomina uumuun humnoonni hidhate kamiiyyuu daangaa biyyoota lamaanii…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC) - Sudaan humni hidhate kamiyyuu daangaa biyyootaa lamaanii gidduu akka hin sochoone ittisuuf Ityoophiyaa waliin tumsa cimaa kan…
Filannoon Hoggantoota Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Filannoon Hoggantoota Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Yaa’iin biyyaalessaa Jijjiirama Dhaabbatummaa fi…
Godina Jimmaa,Arsii Lixaa fi Gujiitti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa fi Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaa marsaa 4ffaan gaggeeffameera.
Godina Arsii Lixaatti duula…
Yuukireen Raashiyaarratti haleellaa yoo bante deebiin isaa hammaataadha-Dimiitirii Meedveedeev
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) –Pirezidaantiin duraanii Raashiyaa Dimitirii Meedveedeev Yuukireen Raashiyaarratti haleellaa yoo bantee deebiin isaa hammaataadha jechuun akeekkachiisan.…
Dameen indaastirii oomishaa galii sharafa alaa olaanaa galmeessise
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2014tti dameen indaastirii oomishaa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 500 fi kuma 44 galmeessuu ibsame.
Ministeerri Indaastirii naannoole,…
Obbo Taaggasee Caafoon sagantaa tola ooltummaa gannaa naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti tajaajila tola ooltummaa gannaa…
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaanii fi miseensonni caffee duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 400 dhaabuun…
Godinichatti bara kana sanyii biqiltuu Avokaadoo diqaalome Kumni 80 ol dhaabbiif qophaa’uu…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Godina Harargee Bahaatti bara kana sanyii biqiltuu Avokaadoo diqaalome kumni 80 ol dhaabbiif qophaa'uu Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa godinichaa…
Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 400 ol dhaabuuf duulli ashaaraa magariisaa eegale
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 400 ol dhaabuuf duulli ashaaraa magariisaa naanncihaa godinaalee fi aanaalee Oromiyaatti…
Godina Arsii Lixaa Aanaalee ja’atti lammiilee kuma 400 ol deeggarsa hatattamaa barbaachisa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaalee ja'atti lammiileen kuma 400 fi kumni 90 deeggarsi hatattamaa akka isaan barbaachisu Waajjirri Buusaa Gonofaa Damee Arsii…