Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis guyyaa har’aa qofa Biqiltuu 335 dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan guyyaa har’aa qofaa Biqiltuu 335 dhaabuu ibsameera.
Naannoo…
Naannoo Sidaamaatti Sagantaan tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa eegale
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Naannoo Sidaamaatti Sagantaan tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa bara 2014 guyyaa har’aa eegaleera.
Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo…
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 126 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 126 gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiileen Ityoophiyaa karaa seeraan alaa gama…
Jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi hoggantoota…
Paakistaanitti imbaasiin Ityoophiyaa banamuun hariiroo gamlamee biyyoota lameenii ni cimsa jedhame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Paakistaan magaalaa Islaamaabaaditti imbaasiin Ityoophiyaa banamuun hariiroo gamlamee biyyoota lameenii ni cimsu ta’uu ibsameera.
Ergamaa addaa FDRI…
Qonna Magaalaaf Xiyyeeffannoo Kennuun hojjennee imala daandii badhaadhinaa ni mirkaneessina-Obbo…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Qonna Magaalaaf Xiyyeeffannoo Kennuun hojjennee imala daandii badhaadhinaa ni mirkaneessina jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ityoophiyaan galmoota misooma waaraa milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti –Ministeera…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Ityoophiyaan galmoota misooma waaraa milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa ibse.
Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…
Yuunivarsiitiin Riiftivaalii barattoota muummee garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Yuunivarsiitiin Riiftivaalii Kaampaasiin Amboo marsaa 7ffaaf barattoota Muummeewwan barnootaa garaagaraan digirii jalqabaafi lammaffaan barsiisaa ture…
Godina Gujiitti duula dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boru eegaluuf qophii ga’aan taasifamuu…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Godina Gujiitti duula dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa guyyaa boruu eegaluuf qophii ga’aan taasifamuu ibsameera.
Godinichatti…
Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumruukaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 53…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumruukaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fi maallaqaa Birrii miiliyoona 53 ol taasisan.…