Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin idilee Mana Maree Raawwachiistotaa Gamtaa Afrikaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Zaambiyaa magaalaa Loosaakaatti gaggeeffamaa kan ture Walga’iin idilee Mana Maree Raawwachiistotaa Gamtaa Afrikaa murtoowwan garaagaraa dabarsuun…
Manni Maree magaalaa Finfinnee baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 100.05 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Manni Maree magaalaa Finfinnee baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 100.05 dhiyaateef raggaasiseera.
Karoora bara baajataa 2015 hojiilee misoomaa fi…
Uummanni Oromoo qabsoo siyaasaa gaggeessaa tureen injifannoo gonfateera- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Uummanni Oromoo qabsoo siyaasaa gaggeessaa tureen injifannoo gonfateera jedhan Ittaanaan Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin.…
Oromoon ofittummaan osoo hin taane madaala eegee rakkoo walii galaaf fala dhaha- obbo Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Oromoon ofittummaan osoo hin taane ilaalama guutuun addunyaa hubata, madaala eegee rakkoo walii galaaf fala dhaha jedhan Pirezidaantiin Mootummaa…
Warshaan Tiraanisfoormerii Birrii miiliyoona 400 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC)- Warshaan Tiraanisfoormerii dhaabbata dhuunfaa Daldala Waliigalaa Daagim Keeneedii jedhamuun Birrii miiliyoona 400 ijaarame eebbifame.
Warshichi…
Magaalichatti abbootii seeraa adeemsa murtoo kennuurratti yakkamaa jedhaman irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti abbootii seeraa adeemsa murtoo kennuurratti yakkamaa jedhaman irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuu Pirezidaantiin mana…
Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa jiran gara biyyaa deebisuuf hojiin eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa jiran Dhaabbata Godaantoata Idil-Addunyaa waliin ta’uun gara biyyaa deebisuuf hojiin eegalamuu…
Yuunivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota dameewwan adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Yuunivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota dameewwan adda addaan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 2 fi 881 eebbisiise.
Sirna…
Oromiyaatti Riqaaleen baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaarramman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2014 Riqaaleen baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaarramman 67 eebbifamaniiru.
Bara 2014 akka naannoo Oromiyaatti…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee cuunfaa gabaasa baajataa bara 2014 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee cuunfaa gabaasa baajataa bara 2014 raggaasiseera.
Manni marichaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan gabaasa raawwii…