Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 8 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraa kaampaasiiwwan magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti barsiisaa ture kuma 8 fi 236…
DhMG nageenya waaraa fi misooma itti fufaa mirkaneessuuf hojiilee Ityoophiyaan hojjechaa jirtu kan…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii nageenya waaraa fi misooma itti fufaa mirkaneessuuf hojiilee Ityoophiyaan hojjechaa jirtu kan deeggaru ta'uu…
Waan Uummata fayyadu hojjechuun sabboonummaa gochaan mul’isaa jrra – Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Pireezidaantii Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee miseensonni Caffee Oromiyaa ijaarsa Gamoo Miidiyaa OBN daawwataniiru.…
Yuunivarsiitiin Jigjigaa fi Dabra Taaboor barattoota muummeewwan barnootaa adda addaan barsiisaa…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Yuunivarsiitiin Jigjigaa fi Dabra Taaboor barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa turan guyyaa har'aa eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin…
Kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa fi maallaqni seeraan ala kuufame to’atame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Kutaa magaalaa Boolee iddoo Bulbulaa jedhamuun beekkamutti meeshaaleen waraanaa fi maallaqni seeraan ala kuufame ture Doolaarri kumni 10 to'atamuu…
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture 742 eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota muummeewwan garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture 742 digirii jalqabaan…
Rakkoo mana jireenyaa jiraattootaa furuuf hojjechaa jirra – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen jireenyaa jiraattoota harka qaleeyiif ijaarsiisaa ture dabarseera.
Teeknooloojii garaagaraa fayyadamuun…
Magaalaa Sulultaatti Qonna magaalaa bara 2014/15 eegale
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Jilli Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Qonna Gannaa bara kanaa magaalaa Sulultaatti eegalchiiseera.…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi waamamtoonnii isaa aanaa Shaallatti…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbileen waamamtootaa Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallatti Biqiltuu…
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa turan…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa turan…