Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 58 eebbisiiseera.
Yuunivarsitiin Finfinneen…
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota 1493 eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan digrii jalqabaa fi lammaffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 493…
Pireezidaanti Ristuu Yirdaawu fi Obbo Ahimad Shiideen godina Kaambaataa Xambaarootti biqiltuu…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw fi Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen sagantaa Ashaaraa…
Shawaa Bahaatti Shanee 129 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Aanaalee Godina Shawaa Bahaa afuritti Oppireeshinii olaantummaa Seeraa kabachiisuu gaggeeffamaa tureen miseensota Shanee 129 irratti tarkaanfiin…
Deebii gaaffii naannoo ta’uu karaa nagaan argachuuf socho’uurra dhimmicha gara jeequmsaa…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Gaaffiin naannoo ta'uu karaan nagaan furmata argachuu osoo danda'uu dhimmicha madda jeequmsaa fi hokkoraa taasiisuuf qaamolee yaalanirratti tarkaanfiin…
Ministeerichi waggaa ittaanutti sagantaalee barnootaa 70 irratti qormaanni ba’umsaa kan kennamu…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa waggaa ittaanutti sagantaalee barnootaa 70 irratti qormaanni ba’umsaa yuunvarsiitii barattoota eebbifamtootaaf kan kennamu ta’uu…
Kaampaasii fi dameewwan dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa 104 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Kaampaasii fi dameewwan dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa 104 irratti tarkaanfiin Sirreeffamaa fudhatamuu Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii FDRI…
Ministeerichi DhMGtti dhaabbata walqixummaa Koorniyaa fi Dubartoota Ga’oomsuu waliin waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbata walqixummaa Koorniyaa fi Dubartoota Ga’oomsuu waliin…
Nageenyii fi araarri akka babal’atuuf gaheen waldaalee siiviilii olaanadha-Ministira Haqaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Nageenyi biyyaa fi araarri akka babal’atu gama taasisuun dhaabbileen waldaalee siiviilii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar…
Uummanni fi mootummaa naannichaa Komishinii Marii Biyyaalessaa deeggaruuf qophii ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ergamni Komishinii Marii Biyyaalessaa hundaa’eef akka milkaa’uuf uummanni fi mootummaa Naannichaa deeggarsa barbaachisaa taasisuuf qophii ta'uu…