Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa Finfinnee seenuuf ture kumni 9 ol to’atame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Finfinnee seenuuf ture kumni 9 ol shakkamtoota waliin to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee…
Ogeeyyii Fayyaa Humna Qilleensaa wayita duulaa birmadummaa biyyaa miidhamtoota kunuunsan galatatu…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ogeeyyii Fayyaa Humna Qilleensaa loltoota wayita duula birmadummaa biyyaa madaa’an kunuunsuu fi hordoffii wal’aansaa barbaachisaa taasisuun itti…
Shawaa Lixaatti Kitaabilee Wabii walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti kibaabilee wabii barnootaa kuma 11 ol walitti qabuuf guyyaa har'aa ifatti sochiin eegalameera.
Aadaa dubbisuu…
Rakkoo Kaaba Ityoophiyaa karaa nagaan furuuf tattaaffii taasiisamu Fiinlaand kan deeggartu ta’uu…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Rakkoo Kaaba Ityoophiyaa karaa nagaan furuuf tattaaffii mootummaan Ityoophiyaa taasiisaa jiru Fiinlaand kan deeggartu ta’uu beeksiifteerti.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 166 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Hojii lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu guyyaa har’aa hojjetameen lammiileen kumni 1 fi 166 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu…
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa guyyaa boru barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Yuunivarsiitiin Bulee Horaa guyyaa boru barattoota idileefi torbaniin sagantaa barnootaa digrii jalqabaafi lammaffaan muummeewwan barnootaa garaagaraan…
Waajjirri Muummee Ministeeraa magaalaa Shaashamanneetti ijaarsa manneen namoota harka qalleeyyii…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministeeraa fi dhaabbilee itti waamamoon hojii tola ooltummaa waqtii gannaan magaalaa Shaashamanneetti ijaarsa manneen namoota harka…
Waldaaleen diyaaspooraa rakkoolee akka biyyaatti mudatan akka ceenuuf ga’eesaanii ba’achaa jiru-…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Waldaaleen diyaaspooraa guutuu addunyaarratti argaman rakkoolee akka biyyaatti nu mudatan akka ceenuuf ga’eesaanii ba’achaa jiru jedhan Gorsaan…
Abbaan Taayitichaa bara barnootaa dhufutti qajeelfamaan ala daballii gatii taasisuun kan hin…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina Barnootaa fi Leenjii Magaalaa Finfinnee bara barnootaa 2015tti manneen barnootaa qajeelfamaan ala daballii gatii…
Manni Maree Federeeshinii hiikkaa heera mootummaa ilaachisuun yaada murtee dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii hiikkaa heera mootummaa ilaachisuun yaada murtee dhiyaaterratti mari’achuun raggaasiseera.
Manni Marichaa Yaa’ii…