Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barataa Biiniyaam Isaayyaas barnootaa akka itti fufu murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Barataa Biiniyaam Isaayyaas barnootaa isaa akka itti fufuu murteessuu beeksise.
Yuunivarsitichi dhimma barataa Biiniyaam…
Obbo Dammaqaan Eeggataa Ministira Ministeera dhimmaa Alaa fi tumsa Idil addunyaa Somaaliyaa waliin…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Eeggataa Ministira Ministeera dhimmaa Alaa fi…
Daldaltoota seera cabsan kuma 367 ol irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2014tti daldaltootaafi dhaabbilee seera qaala’iinsa gatii tasgabbeessuu fi to’annoo seer-maleessummaa cabsan kuma dhibba 3 fi kuma 67 fi…
Dameen diinagdee rakkoolee hedduu keessatti milkaa’ina galmeessuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Dameen diinagdee rakkoolee hedduu keessatti milkaa’ina galmeessuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal ibsan.
Hoggantoonni olaanoo…
Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa ‘Alzaaymar’ 2022 injifatan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Dhalataan Ityoophiyaa Ogeessi ‘Niwuroo Saayikaatiristi’ Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa Alzaaymar (Alzheimer Award) kan bara Faranjootaa 2022…
Ityoophiyaa kabajamte dhaloota egeree dhaalchifna- Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Imala guddinaa Ityoophiyaan qabatteef ga’ee nurraa eegamu hunda ba’achuun biyya kabajamte dhaloota egeree dhaalchifna jedhan Itaamaajoor Shuumiin Humna…
Rakkolee nu mudatan kan ceenu duudhaalee hawaasummaa jabeessuuni-Afyaa’ii Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Akka biyyaatti rakkoolee namtolchee fi uumamaa ce’uu kan dandeenyu duudhaalee hawaasummaa fi umamaa yoo jabeessineedha jechuun Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Manni Marichaa mirgi himatamuu dhabuu Dooktar Muluqan Haftuu akka ka’u murteesse
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Mana Maree Magaalaa Finfinnee mirgi himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa fi Hogganaa Biiroo Innooveeshinii fi Teeknooloojii magaalichaa Dooktar…
Humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa amansiisaarratti…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Humni makkaanaayizdii Ajaja Kibbaa humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa loltummaa amansiisaarratti akka argamu ajajaan…
Gaambeellaatti daangessi yeroo labsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti haala yeroon walqabatee sochii seeraan alaa to’achuuf daangeffamni sa’aatii labsamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa…