Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin idilee raawwchiiftota Gamtaa Afrika gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Walga’iin idilee rawwachiiftota Gamtaa Afriikaa 41ffaan gaggeeffamuu eegaleera.
Jilli Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo…
Oromiyaatti dhaabbilee misoomaarraa galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Dhaabbilee Misoomaa Naannoo Oromiyaa irraa barana galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuu Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Qindeessaan…
Aanaa Tahuuladareetti shugguxii fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Tahuuladareetti shugguxiin fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atameera.
Shugguxiin seeraan alaa kun Magaalaa…
Magaalichatti naannawaalee balaa lolaaf saaxilamoo ta’an 161 adda baafamaniiru- Koomishinii Hoggansa…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo 161 bakkoota 61tti, yaadota furmaataa waliin adda baafamuun qaamolee dhimmichi ilaallatu…
Ityoophiyaatti imbaasiin Kooriyaa Kaabaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin hojjechuuf fedhii…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti imbaasiin Kooriyaa Kaabaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin walta'iinsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibseera.
Ityoophiyaatti…
Komishinar Mitikkuu Kaasaan mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Guyyaa kaleessaa malaammaltummaan shakkamanii to'annoo seeraa jala kan oolan Komishinarri Komishinii Sodaa Balaa Mitikkuu Kaasaan mana murtiitti…
Waltajjiin marii dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeefamaa ture xumurame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – “Dargaggoota Ijaarsa nageenyaa fi eegumsa naannawaaf” mata duree jedhuun waltajjiin marii dargaggoota Afrikaa 2022 Finfinneetti gaggeeffama ture…
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen miseensota Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atanIIRU.
Komishinichi hojiilee baatiiwwan arfan…
Pirezidanti Saahilawarqi Zawudee Hoji Gaggeessaa Giddugala Madaqsaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Pirezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee Hoji Gaggeessaa Olaanaa Giddugalaa Madaqsaa Idil Addunyaa (GCA) Pirofeesar Paatiriik Varkujiin waliin waajjira…
Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan kutaa magaalaa Qirqoositti ijaaraman namoota harka qalleeyyiif…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan namoota harka qalleeyyiif kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 8 itti ijaaraman namoota harka…