Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Dirree Dhawaa Birrii biiliyoona 2.1 ol walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Bara Baajataa 2014tti Galiin Birrii Biiliyoona 2.1 ol Walitti qabamuu Biiiroon Bulchiinsa Dirree Dhawaa Beeksisee.
Hogganaan Biirichaa Obbo Abdusalaam…
Tarkaanfii garee shaneerratti fudhatameen garecha dadhabsiisuun danda’ameera-TKM
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Tarkaanfii garee shororkeessaa shaneerratti fudhatameen garecha dadhabsiisuun akka danda’ame Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Deetaan…
Biyyoota Afrika garaagaraatti lammileen haala rakkisaa keessa jiran kuma 12 ol Ityoophiyaatti…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Biyyoota Afrika Giddugaleessaa fi Bahaatti haala rakkisaa keessa kan jiran lammileen kuma 12 ol gara Ityoophiyaatti deebifamuuf ta’uu Ministeerri Dhimma…
Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeshinii walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa guyya har’aa galma mana marichaatti gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaas halleellaa…
Carraan manneen jireenyaa itti aanu haala mirkaneessa qulqullinaa hordofee fi uummata hirmaachiseen…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Carraan manneen jireenyaa itti aanu haala mirkaneessa qulqullinaa hordofee fi uummata hirmaachiseen kan raawwatamu ta’uu Ittaanaan Kantiibaa magaalaa…
Amaanaa ummataa yoomiyyuu hin dagannu;Kabajni keenya haqaan ummata tajaajiluudha- Aadde Adaanachi…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) –Amaanaa ummataa yoomiyyuu hin dagannu;Kabajni keenya haqaan ummata tajaajiluudha, dhugaan yeroo hunda ni injifata jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee…
Raayyaan keenya waardiyyaa biyyaa qofa osoo hin taane humna misoomaaa ta’uu gochaan agarsiisaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Raayyaan keenya waardiyyaa biyyaa qofa osoo hin taane humna misoomaa ta'uu gochaan agarsiisaa jira jedhan Ajajaa olaanaan humna Qilleensaa Ityoophiyaa…
Carraa manneen waliin jireenyaa tibbana ba’e waliin dhabuun walqabatee maqaan hoggantootaa fi…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 tibbana ba'e waliin dhabuun walqabatee maqaan hoggantootaa fi hojjettoota…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 18 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 18 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota kanneen keessaa…
Ityoophiyaan Akkaadaamii farra shororkeessummaa idil addunyaaf deeggarsa taasiisuuf qophiidha…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Akkaadaamii farra shororkeessummaa idil addunyaaf deeggarsa cimaa kan taasiiftu ta'uu fi Akkaadaamicha waliin tumsaan kan hojjettu ta'uu…