Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Carraan manneen waliin jireenyaa tibba darbe ba’e haqame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Carraan manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 tibba darbe ba’e haqamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.
Kantibaan Magaalaa…
Haalli qilleensaa fuulduratti jiraatu balaa lolaa hordofsiisuu waan maluuf hawaasni akka of eeggatu…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Haalli qilleensaa fuulduratti jiraatu naannawaa tokko tokkotti balaa lolaa tasaa hordofsiisuu waan maluuf hawaasni of eeggannoo akka taasisu…
Mootummaan Jaappaan lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 6.5…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 6.5 baasu taasiiseera.…
Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 3.5 mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 3.5 mallatteessaniiru.
Waliigaltee deeggarsaa kanas Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Manni marichaa Boru walga’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Boru Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa ni gaggeessa jedhame.
Manni Marichaa dhimmoota adda…
Ganna kana tola ooltummaan lammiileen dhiigaa akka arjooman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Tajaajila tola ooltummaan waqtii Gannaa kanaan hanqinni dhiigaa akka hinmudanneef lammiileen dammaqinaan dhiiga akka arjooman waamichi dhiyaate.…
Ityoophiyaan paabilik dippiloomaasii cimaa hojiirra oolchuuf qophaa’aa jiaachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan waggoottan itti aanaan paabilk dippiloomaasii cimaa hojiirra oolchuuf qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Daayrektarri…
Gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti qaama hojii raawwachiiftuu waliin…
Koreen Dhaabbii Dhimmoota Galii Waloo fi Baajata Deeggarsaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimmoota Galii Waloo fi Baajata Deeggarsaa bakka Pirezidaantonni naannolee argamanitti dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa jira.…
Ayarlaand Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 2 deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ayarlaand Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 2 dabalataan deeggarsa taasiifteerti.
Deeggarsi kun lammiilee…