Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinara Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Obbo Mitikkuu Kaasaa to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Komishinara Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Obbo Mitikkuu Kaasaa to’annoo jala oolaniiru.
Koomishinarichi yakka malaanmaltummaan shakkamuun…
Oromiyaatti rakkoolee nageenyaan barattoonni %5 ta’an barnoota addan kutuun eerame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Rakkoolee nageenyaa Naannoo Oromiyaa godinalee murasa keessatti uumameen barattonni % 5 ta'an barnoota isaanii addan kutuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa…
Oromiyaatti bara kana Biqiltuun sanyii filatamaa Avokaadoo miiliyoonni 1.5 godinaalee 21 keessatti…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Bara kana akka Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo miiliyoonni 1.5 godinaalee 21 keessatti dhaabbataa jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo…
Koree Olaanaan marii nageenyaa hojii eegaluu beeksiise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) –Rakkoo Nageenyaa Kaaba Ityoophiyaatti uumame karaa nagaan furuuf koree olaanaan hundaa’e ifatti hojii eegaluu beeksiseera.
Gorsaan…
Michummaa Ityoophiyaa fi Israa’eel daran cimsuun barbaachisaadha- Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Michummaa Ityoophiyaa fi Israa’eel daran cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon ibsaniiru.…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin Terminaala tursiisa Beelladaa Dooraaleehi faayidaarra oolchuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin Terminaala tursiisa Beelladaa Dooraaleehi faayidaarra oolchuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.
Terminaalichi…
Yuunvarsiitiin Finfinnee dhimma Barataa Biiniyaam Isaayyaas irratti murtoo dabarse
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee dhimma Barataa Koolleejjii Saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitichaa Biiniyaam Isaayyaas tibbana ijoo dubbii ta’ee turee ilaalchisee…
Biiroon galiiwwanii magaalichaa filannoo dabalataa sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee filannoo dabalataa sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuu beeksise.
Hogganaan biirichaa obbo Mulugeetaa…
Godina Jimmaatti Tajaajilli lammummaa Waqtii Gannaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Godin Jimmaatti Hojiin tajaajila lammummaa bakka buutota dargaggoota Aanaalee godinichaatiin Aanaa Qarsaatti eegalameera.
Godinichatti…
Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalameera.
Godinichatti bara darbe oomisha ruuzii lafa heektaara kuma 2 fi 100 irratti…