Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Qoophiroos hojiilee misoomaa tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Qoophiroos hojiilee Invastimantii, Turizimii fi Qonnaarratti tumsaan hojjechuuf walii galan.
Xaaliyaaniitti…
Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59 hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojeektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59'n hojjetaman eebbifamaniiru.
Manneen barnootaa sammuun namaa itti…
Dhoo’iinsa magaalaa Dasseetti muudateen namoota 31 irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Dhoo’iinsa magaalaa Dassee naannoo dhaaba Hoolaa jedhamutti muudateen namoota 31 irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabuu Poolisiin…
Hojii dhabdummaa hir’isuuf qoodni damee dhuunfaa olaanaa ta’uu himame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biiroon Misooma Intarpiraayizii fi Indaastirii Magaalaa Finfinnee dargaggoota muuxxannoo hojiin ga’oomsuu yeroo dhiyootti hojiirra oolchuuf…
Misooma Naannoo Oromiyaa keessatti hojjetamu saffisaan milkeessuuf qabeenya horachuun murteessadha –…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Misooma Naannoo Oromiyaa keessatti hojjetamu saffisaan milkeessuuf qabeenya horachuun murteessaa ta'uu,Sadarkaa itti aanaa Pireezidaantiitti…
Oromiyaatti wabii nyaataa magaalotaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Oromiyaatti bara baajataa 2015tti wabii nyaataa magaalotaa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir’isuurratti xiyyeeffannoon kan hojjetamuu ta’uu ibsameera.…
Bulchiinsi magaalicha carraan manneen waliin jireenyaa tibbana ba’e waliin dhahamu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee dhimma hanna daataa kondoominiyeemii 20/80 fi 40/60 tibbana bahe qorachaa jiraachuu beeksiseera.
Dhimmichaan walqabatee…
Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 43 Saa’udiirraa biyyatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Guyyaa har’a marsaa sadiin hojii lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa deebisuu gaggeeffameen, lammiileen kuma 1 fi 43 gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri…
Aggaarootti ijaarsi pirojektiin bishaan dhugaattii birrii biliyoona 1.7 jalqabame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti rakkoo bishaan dhugaatii hawaasa Magaalaa Aggaaroo furuuf ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1.7’n eegalameera.…
Hawaasa Aanaalee Shaashamanneef deeggarsi sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 1.2 taasifame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Aanaalee Shaallaa fi Siraarootti hawaasa hoongeen miidhamaniif Dhaabbanni ANCIDA sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 1.2tti tilamamu deeggarsaa taasseera.…