Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara baajatichaa Naannoo Somaaleetti galiin Birrii biiliyoona 7.26 walitti qabame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baraa baajataa 2014 galiin Birrii biiliyoona 7.26 walitti qabamuu Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsan.
Obbo…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Burkiinafaasoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ministira Dhimma Alaa Burkiinafaasoo Oliviyaa Ruwambaa waliin waajjiraa…
Obbo Ahimad Shiideen Afrikaatti Daayrektara IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Afrikaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqa Addunyaa(IMF) Abbabaa Sillaasee waliin mari’ataniiru.…
Damee barnootaa humna namaa ga’umsa qabuun ijaaruuf hojjetamaa jiraachuun eerame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Damee barnootaa humna namaa ga’umsa qabuun ijaaruuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa…
Bara baajatichaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaaf Birrii biiliyoonni 1ol walitti…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Bara baajataa darbetti ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaaf Birrii biiliyoonni 1ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa…
Akka seektara hojii fi ogummaatti manneen harka qalleeyyii kuma 1 fi 400 ol ni haaromfamu jedhame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Fayyadamummaan haqa qabeessi akka mirkanaa’uu fi walqabannee guddachuuf, manneen harka qalleeyyii kuma 1 fi 428 akka haaromfaman Ministirri Ministeera…
Diimookiraasiin Ityoophiyaaf filannoo osoo hin taane dhimma biyya ijaaruuti – Obbo Tasfaayee…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Diimookiraasiin Ityoophiyaaf filannoo osoo hin taane dhimma biyya cimtuu fi tasgabbooftuu ijaaruu ta’uu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatti…
Sababa huurriin balaliiwwan xiyyaaraa addaan citaanii turan irra jireessii hojii…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa sababa haala qilleensaa huurriin, balaliiwwan xiyyaaraa addaan citanii turan, irra jireessii isaanii hojii eegaluu Daandiin Qilleensaa…
Ayarlaand Ityoophiyaaf Yuuroo miiliyoona 1 deeggarsa taasiste
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Ayarlaand Ityoophiyaaf deeggarsa dabalataa Yuuroo miiliyoona 1 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi lammiilee biyyattii bakkeewwan garaagaraatti rakkoo…
Oromiyaatti piroojektoota eebbifaman keessaa 570 sadarkaa kilaastara magaalatti ijaaramanii…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti piroojektoota eebbifaman keessaa, Piroojektoonni 570 sadarkaa kilaastara magaalatti ijaaramanii eebbifamuu ibsameera.
Sadarkaa…