Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu’uura Boruu…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu'uura Boruu Danbalaa eebbisiiseera.…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti karoorri Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 qophaa’e
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz karoora Ekisteenshinii Fayyaa tajaajila hawaasaa ni fooyyessa jedhame waggaa 15 qopheessuu Biiroon Fayyaa…
Hoggantoonni fi hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Hoggantoonni fi hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa sagantaa Ashaaraa Magariisaan Finfinnee, Giddugalaa Biqiltuuwwaanii Gullalleetti biqiltuu…
“Yeroo qormaanni heddummaatetti rakkoolee jiran darbuuf waliin dhaabbachuu qabna”-Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Diimookiraasii yeroo qormaanni heddummaatetti rakkoolee biyyattii qoran ce’uuf waliin dhaabbachuun barbaachisaadha jedhan Afyaa’iin Mana…
Tajaajilli Paablik Sarvisii Ityoophiyaa konkolaattoota addaa qaxxaamura biyyaa 50 argate
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Indaastiriin Oomisha Awutoomootiivii Bishooftuu konkolaattoota addaa qaxxaamura biyyaa 50 Tajaajila Paablik Sarvisii Ityoophiyaaf laateera.…
Siidaan Koloneel Abdiisaa Aagaa eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa koloneel Abdiisaa Aagaa mooraa Yuunivarsiitii…
Haalli qilleensaa magaalaa Finfinneetti uumame balallii xiyyaaraa gufachiisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Haalli qilleensaa magaalaa Finfinnee hurriin haguugamuu isaatiin balaliin xiyyaaraa harkifachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.
Daandichi…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Amaaraa fi Sidaamaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa fi kan naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sagantaa Dhaabbii Biqiltuu…
Ayyaana Iid Al Adahaa sababeeffachuun lammiilee kuma 1 fi 800’f sirni maaddii qooduu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Ayyaana Iid Al Adahaa kan bara 1443ffaa sababeeffachuun lammiilee kuma 1 fi 800’f sirni maaddii qooduu fi laaqana nyaachisuu gaggeeffameera.…
Tiyaatirri “Ekeraa” eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Tiyaatirri mata duree "Ekeraa" jedhuun hojjetame, Finfinnee, galma Giddugala Aadaa Oromootti har’a eebbifameera.
Tiyaatiricharratti taatonni 50 kan…