Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin tajaajila tola ooltummaa dargaggoota biyyaalessaa marsaa 4ffaan eegalame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Leenjiin tajaajila tola ooltummaa dargaggoota biyyaalesssaa marsaa 4ffaan Yuunivarsiitii Waachaamootti jalqabeera.
Sagantichaa kan jalqabsiisan…
Yuunivarsiitiin Arsii muummee garaagaraan barattoota barsiisaa ture eebbise
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Arsii barattota muummee garaagaraan barsiisaa ture har’a eebbisiiseera.
Barattoonni yuunivarsitichi eebbisiise digirii jalqabaa fi…
Manni Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Amboo eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti Manni Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Amboo Birrii miiliyoona 275 eebbifameera.…
Bara baajatichaatti lammiilee daandiirra jiraatan kuma 20 ol daandirraa kaasuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Bara baajatichaatti lammiilee daandiirra jiraatan kuma 20 fi 558 daandiirraa kaasuun gara jireenya idileetti deebisuun danda’amuu Ministirri Ministeera…
Ayyaana Arafaa sababeeffachuun sagantaan maaddii qooduu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Ministeera Bishaaniifi Inarjiifi godina Matakkalitti dargaggoonni aanaa Daangur Ayyaana Arafaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa deeggarsa…
Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduutti bittaafi gurgurtaa muduraa guddisuun haala danda’amurratti…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduutti bittaafi gurgurtaa muduraa guddisuun haala danda’amurratti mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Ambaasaaddar Daawwannoo…
Filannoo nageenyaa mootummaan dhiyeesse hojiirra oolchuun Ityoophiyaatti nageenyaa fi misooma waaraa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Filannoo nageenyaa mootummaan dhiyeesse hojiirra oolchuun Ityoophiyaatti nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu Hoggantoonii…
Pirezidant Saahilawarq Zawdeen waggaa bilisummaa 11ffaa Sudaan Kibbaa ilaalchisuun uummataa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Pirezidantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggaa bilisummaa 11ffaa Sudaan Kibbaa ilaalchisuun mootummaa fi uummataa biyyattiif ergaa baga geessanii…
Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa ibse
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan guutuu biyyattiitti rakkoo nageenyaa tooko malee kabajamee xumuramuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.
Poolisiin…
Haleellaawwan lammiilee nagaarratti raawwataman ittisuuf mootummaan ijarsa dhaabbileerratti…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Haleellaawwan lammiilee nagaarratti raawwataman waaraan ittisuuf mootummaan ijarsa dhaabbileerratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu Mana Maree Bakka…