Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichi gamaaggama raawwii karoora bara 2014 gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Naannoon Gambeellaa gamaaggama raawwii karoora bara 2014 sektaroota garaagaraa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Gamaagamichi guyyoota lamaaf kan turu…
Ityoophiyaatti laabiraatooriin Fooreensikii DNA jalqabaa eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti laabiraatooriin Fooreensikii DNA jalqabaa eebbifameera.
Laabiraatorichi baasii Doolaara miiliyoona 1 Hospitaala Poolisii Ityoophiyaa…
Naannoon keenya dawoo shororkeessitootaa akka hin taaneef Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina ni dhaabbanna-…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Naannoon keenya Shanee dabalatee dawoo shororkeessitootaa akka hin taaneef Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina ni dhaabbanna jedhan godina Qeellam Wallaggaatti…
Magaalota Naannolee garaagaraatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Magaalota Naannolee garaagaraatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajameera.
Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan magaalota kanneen…
Magaalichatti Sirni Soolaata Ayyaana Iid Al Adahaa 1443ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin beeksise
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Sirni Soolaata Ayyaana Iid Al Adahaa 1443ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin Magaalichaa beeksiseera.
Ayyaanni Iid Al Adahaa…
Magaalota Naqamtee fi Asallaatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Magaalota Naqamtee fi Asallaatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajameera.
Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Ayyaani Arafaa…
Aadde Adaanech Abeebeenii fi Aadde Daagmaawit Mogas rakkoo geejjibaa magaalaa Finfinneerratti waliin…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeenii fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Aadde Daagmaawit Mogas rakkoo fi furmaatawwan…
Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Id al Adihaa 1443ffaa haala ho’aa ta’een Kabajameera
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Id al Adihaa 1443ffaa haala ho’aa ta’een Kabajameera.
Namni hundi Rabbiin sodaatee waan hamaarraa of eeguufi beekumsaafi…
Magaalaa Dirree Dawaatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan haala ho’aa ta’een kabajameera.
Ayyaanicharratti Ittaanaa Kantiibaa magaalichaa Harbii Buhii…
Uummanni Musiliimaa namoota harka qalleeyyii gargaaruun Ayyaana Arafaa akka dabarsu abbootiin…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Uummanni Musiliimaa namoota harka qalleeyyii gargaaruuniifi gaafachuun Ayyaana Arafaa akka dabarsu abbootiin amantaa Islaamaa Hajii Muftii Umar…