Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin magaalaa Finfinnee daandiiwwan konkolaattotaaf guyyaa boruu cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa 1443ffaan nagaan kabajamee nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaan taasifamuu poolisiin magaalichaa ibseera.
Solaatni Iid…
Naannoleen garaagaraa Ayyaana Arafaa ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Naannoleen garaagaraa Ayyaana Iid Al Adahaa 1443ffaa ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Mootummoonni naannolee Beenishaangul…
Kamiseetti pirojektoota misoomaa Birrii miiliyona 53’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo Magaalaa Kamiseetti pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa Birrii miiliyoona 53.3 ijaaraman garagaraa eebbifamaniiru.…
Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduun Ityoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduudhaan Ityoophiyaa qormaataa keessa baasuun milkaa’ina yaadnuuf…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 204 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 204 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Ministeerri Dhimma Alaa, boqochuu Muummee Ministiraa Jaappaan duraanii Shiinzo Abeen gadduu ibse
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Du’a gaddisiisaa Muummee Ministiraa Jaappaan duraanii Shiinzo Abeen gadduu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI ibseera.
Ministeerichi, du’aatii isaaniif…
Ministeerichi qaamolee qajeelfama bittaa fi raabsaa simmintoo cabsan akeekkachiise
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa Naannawaa qaamolee qajeelfama bittaa fi raabsaa simmintoo cabsan irratti tarkaanfii bulchiinsaa kan fudhatu…
Islaamummaan nageenya waan ta’eef hordoftoonni qaamolee amantaafi saba da’eeffachuun nageenya…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Islaamummaan nageenya waan ta’eef hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi qaamolee amantaafi saba dawoo godhachuun nageenya ummataafi biyyaa booressuuf…
Raayyaan naannawaa Hidha Guddichaa Haaromsaatti nageenya amansiisaa mirkaneessuuf dirqama isaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Naannawaa Hidha Guddichaa Haaromsaatti nageenya amansiisaa mirkaneessuuf dirqama isaa bahachaa jiraachuu Ajajaa Olaanaa Birgeedii Human…
Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Bahaa waliin…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Bahaa Mahaammad Abdiikeer waliin…