Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Ityoophiyaa fi Jibuutii dhimmoota ijoo 3 irratti mari’achuun murtoo dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Ityoophiyaa fi Jibuutii dhimmoota ijoo 3 irratti mari’achuun murtoo dabarsuu ibsame.
Hariiroo seena qabeessa fi tarsiimawaa biyyoonni…
Bulchiinsi Magaalaa Finifnnee manneen waliinii kuma 25 fi 491tti carraa baase
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Sirni carraa baasuu manneen jireenyaa waliinii marsaa 14ffaa sagantaa 40/60 fi 20/80 gaggeeffameera.
Sagantaa kanaarratti Kantiibaan Bulchiinsaa…
Qormaanni Kutaa 8ffaa milkaa’inaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Qormaanni naannoo Kutaa 8ffaa guutuu biyyattiitti laatamaa ture milkaa’inaan xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Adeemsa kenniinsa…
Ayyaanichi nageenyaan akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Poolisiin Federaalaa beeksise
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa rakkoo nageenyaa tokko malee guutuu biyyattiitti nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa biroo waliin qindoominaan qophii gahaa…
Dodolaatti Manni Barumsaa Afaan Chaayinaa, Faransaayii fi Arabaa dabalataan barsiisu eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Manni Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa baasii Birri miiliyoona 350 oliin ijaarame bakka Pireezdantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministeeraa fi Paarkii Tokkummaa hojii tola ooltummaa gannaaf dhiiga…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministeeraa fi Paarkii Tokkummaa hojii tola ooltummaa gannaaf dhiiga arjoomaniiru.
Sagantaa dhiiga arjoomuu kanarratti…
Abbootiin amantaa Naannoo Harariitti Naannawaa ayyaanni Iid Al Adahaa itti kabajamu waloon…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Abbootiin amantaa fi hordoftoonni naannawaa ayyaanni Iid Al Adahaa itti kabajamu waloon qulqulleessaniiru.
Sirna kanarratti kan…
Taajaajilli eeyyama ijaarsaa fi itti fayyadama gamoo oonlaayinii kennamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo Fi Eeyyamaa Ijaarsaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, taajaajila eeyyama ijaarsaa fi itti fayyadama gamoo oonlaayiniin kennuu…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Sirna Teeknooloojii ittiin manneen waliin jireenyaa carraan itti…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Sirna Teeknooloojii ittiin manneen waliin jireenyaa carraan itti baafaman itti hordofu bakka taajjabdoonniifi qaamoleen…
Ambaasaaddar Shibbiruun Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa waliin dhimmoota…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Taanzaaniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shibbiruu Maammoon Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Liibraataa Muulaamuulaa fi…