Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa Tajaajila odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa irra deebiin hundeessuuf labsii dhiyaate…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Mannii Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa kaleessaa walga’ii idilee 16ffaa sa’a booda gaggeesseen Tajaajila Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa irraa…
Ityoophiyaan walitti bu’iinsa booda dandamannaaf kan oolu deeggarsi faayinaansii akka taasifamu…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Kaabaa biyyattiitti walitti bu’iinsa mudate hordofee kufaatii mudateen keessaa ba’uu fi deebisanii ijaaruuf Baankiin Addunyaa fi dhaabbileen…
Dhaabbileen daldalaa sibiilaa 7 taaksii dabalataa qabeenyaa fi gibira Birrii miiliyoona 638 ol…
Finfinnee, Adoollessa 1, 2014 (FBC) – Dhaabbileen daldalaa sibiilaa 7 taaksii dabalataa qabeenyaa fi gibira Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 38 ol milqsuu Poolisiin Federaalaa…
Hojiilee kominikeeshinii sirnaan hojjechuuf kutannoon siyaasaa cimaan jiraachuun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Hojiilee kominikeeshinii sirnaan hojjechuuf kutannoon siyaasaa cimaan jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Waajjirri Dhimmoota…
Magaalichatti akkaataa waliigaltee ijaarsaa raawwataniin kontiraaktaroonni yeroo qabame keessatti…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ijaarsa pirojektootaaf kontiraaktaroonni akkaataa waliigaltee ijaarsaa raawwataniin yeroo qabame keessatti ijaarsa akka xumuran…
Saafaariikoom Ityoophiyaan, tajaajilaa yaalii Dirree Dhawaatti eegaluufi
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Saafaariikoom Ityoophiyaan tajaajila yaalii Dirree Dhawaatti baatii dhufu akka eegalu beeksise.
Safaariikoom ibsa har’a kenneen baatii Adoolessaa…
Ityoophiyaa fi Somaaliilaand rakkoolee daldalaa fi tiraanziitiirratti mul’atan furuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Jilli Gorsaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar Reedwaan Huseeniin durfamu Somaaliilaand magaalaa Hargeessaa galeera.
Jilichi Preezdaantii…
Obbo Binnaalf Anduwaalem adeemsa ijaarsa nageenyaa irratti Ityoophiyaatti Daayrektara Baankii…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ministirri ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalem adeemsa ijaarsa nageenyaa irratti Ityoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa waliin…
Baankiin Addunyaa deeggarsa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonni Daayrektara Baankii Addunyaa Akseel Vaan Tirootsenbergi waliin Seneegaal…
Xiyyeeffannaa baajata bara 2015 humna guutuu fayyadamuun guddinaa itti fufsiisuudha jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Bara 2015’f baajatni qabame humna guutuu jiru fayyadamuun guddina eegalame itti fufsiisuuf xiyyeeffannaan kan hojjetamuudha jedhan Muummeen Ministiraa…