Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa kan fayyadu fiinxaalessummaa dhabamsiisuun sirna diimookiraasii mirkaneessuun, waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa kan fayyaduu fiinxaalessummaa dhabamsiisuun sirna diimookiraasii mirkaneessuun waliin imaluudha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI ABiy…
Bishooftuutti pirojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 1.6 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu Magaalaa Bishooftuutti pirojektoota misoomaa ijaaraman eebbiseera.…
Ityoophiyaarratti waa’ee waraana banamee ilaalchisuun Mummeen Ministiraa dhimmoota eeran keessaa
• Waraanni Ityoophiyaarratti baname waraana buburreedha
• Waraanni buburreen kunneen waraanaa odeeffannoo, dippiloomaasii, saayibarii fi ergamaa fa’i
• Waraana buburree kana dursinee…
Qajeelfama pirojektoota misoomaa yeroo qabameef keesatti akka xumuraman taasisuu cimee itti fufa…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Xiyyeeffannoo baajata bara 2015 ilaalchisee hojiilee pirojektoota misoomaa gaggeeffamaa jiran yeroo qabameef keessatti akka xumuraman taasisuun cimee…
Manni Marichaa Baajata mootummaa federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona 786.61 raggaase
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa baajata mootummaa federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona dhibba 7 fi biiliyoona 86.61 dhiyaateef raggaase.
Manni…
Taariifa geejjibaarratti faayya’iinsi taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- sababa gatiin boba’aa fi meeshaalee jijjiirraa konkolaataa dabaleef taariifa geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifamuu Ministeerri Geejjibaa fi…
Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaleera- MM Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaluu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.
Ityoophiyaan dhiibbaa rakkoolee garaagaraa jala…
Jabaannee hojjechuun biyya diinaaf hin jilbeeffanne ta’uu Keenya mul’isuu qabna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Biqiltuu dhaabaa hojii misoomaa jabaannee hojjechuun biyya diinaaf hin jilbeeffanne ta’uu Keenya mul’isuu qabna jedhanMuummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan ifatti eegaleera.
Preezdaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan…
Gareewwan shororkeessaarratti tarkaanfii eegalle cimsinee yoo itti fufnee ni badu-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Dhiiga lammiilee nagaa akkasumaan kanneen dhangalaasan gareewwan shororkeessa kamuu irratti tarkaanfii eegalle cimsine yoo kan itti fufnu ta’e ni badu…