Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi Kamiyyuu Ityoophiyaa Waliin wal waraanee Injifachuus ta’e Ityoophiyaa diiguu hin danda’u-MM…
Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Biyyi Kamiyyuu Ityoophiyaa Waliin wal waraanee Injifachuus ta’e Ityoophiyaa diiguu hin danda’u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen…
Ityoophiyaan Yuuniiskootti miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa taate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yuuniiskootti miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa ta’uun filatamte.
Yaa’ii waliigalaa 9ffaa Konveenshinii eegumsa hambaalee…
Manni Marichaa guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti wixinee baajataa 2015…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa guyyaa har’aa gaggeessurratti Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad waliin dhimmoota…
Manni Marichaa bakka Mummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti qooddii baajataa 2015’rratti…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’ootaa Uummataa boru walga’ii idilee 16ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuun Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin dhimmoota…
Aadde Mufaariyaat Afrikaa Bahaatti Daayrektara Dhaabbata Godaantotaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil, Afrikaa Bahaatti Daayrektara Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa Muhaammad Abdukar…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 29,2014 (FBC)- Guyyaa hardhaa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Naannoo Harariitti maqaa invastimantiin lafa fudhatanii kanneen hinmisoomsine irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti maqaa invastimantiin lafa fudhatanii qaamolee hinmisoomsine irratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu Kaabineen Naannoo Hararii…
Guyyoota 10’n jalqabaa Baatii Adoolessaa lolaan mudachuu waan danda’uuf hawaasni eeggannoo akka…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Guyyootaa 10’n jalqabaa Baatii Adoolessaa lolaa cimaa mudachuu waan danda’uuf, hawaasni naannawaa lafa dhooqaa fi olka’iinsa qabu jiraatu eeggannoo akka…
Marii hoggantoonni Ityoophiyaa fi Sudaan taasisan rakkoolee mariin furuun michummaa biyyoota…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Marii hoggantoonni Ityoophiyaa fi Sudaan taasisan rakkoolee mariin furuun michummaa biyyoota lameenii daran cimsuurratti xiyyeeffachuu Gorsaan…
Godinichatti Oppireeshinii gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa 114 fi rasaasni kumni 20 ol qabame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaalee garaagaraa keessatti Oppireeshinii qaamolee nageenyaafi hirmaannaa ummataan gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa addaa addaa…