Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti Oppireeshinii gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa 114 fi rasaasni kumni 20 ol qabame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaalee garaagaraa keessatti Oppireeshinii qaamolee nageenyaafi hirmaannaa ummataan gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa addaa addaa…
Raayyichi harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa, harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Raayyaan Humna Qilleensaa harka tokkoon diinota Ityoophiyaa qolachaa harka biraan dhalootaaf ashaaraa kaa’aa jirachuu Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa…
Pirezidaantichi dargaggoota tola ooltota daangaa ce’aa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo dargaggoota tajaajila tola ooltota daangaa ce’aa waliin mari’ataniiru.
Dargaggoonni tajaajila…
Manni Marichaa walga’ii Addaa 6ffaa gaggeesseen haala yeroorratti mari’achuun yaada murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii Addaa 6ffaa guyyaa hardhaa gaggeesseen haala yeroo fi haleellaa namoota nagaarratti raawwate ilaalchisuun…
Koomishiniin Hojii Gamtaa Ityoophiyaa oomishaalee qonnaa 3’f beekamtii kenne
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Koomishiniin Hojii Gamtaa Ityoophiyaa Muuzii Arbaaminci, Mosee Awwii fi Appilii Cinchaaf beekamtii daldalaa kenneera.
Oomishaaleen qonnaa kunneen…
Obbo Ristuu Yirdaan godina Halaabaatti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Preezdaantii naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan godina Halaabaatti proojektoota misoomaa garaagaraa Birrii miiliyoona 94oliin ijaaraman…
Riifoormiin Raayyaa Ittisaa ajaja paartii jalaa ba’ee raayyaa uummataa fi biyyaa akka ta’u…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Riifoormiin Raayyaa Ittisaa Biyyaa raayyichi ajaja paartii jalaa ba’ee raayyaa uummataa fi biyyaa akka ta’u taasisuu ibsame.
Riifoormichi raayyaan…
Bulchiinsi magaalichaa carraa manneen jireenyaa 40/60 fi 80/20 boru baasa
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu carraa manneen jireenyaa 60/40 marsaa 3ffaa fi 80/20 marsaa 14ffaa akka gaggeessu beeksise.
Sirni carraa…
Deeggarsi boba’aa yaadame hojiirraa ooluu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Konkolaattota tajaajila geejiba ummataa kennaan qofaa fayyadamtota kan taasisu deeggarsi boba’aa yaadame har’aa Waxabajjii 29, 2014 irraa eegalee…
Ministeerichi gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksiseera.
Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee…