Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii Keeniyaa xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii Keeniyaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Yaa’iin Addaa Hogganttoota IGAD…
Haala mijataa Ityoophiyaan damee qonnaan irratti bobba’uuf qophiidha- Dhaabbata dhiyeessa qonnaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Haala mijataa Ityoophiyaan damee qonnaan qabdu irratti bobba’uuf qophii ta’uu hogganaa qajeelcha olaanaa dhaabbata dhiyeessii qonnaa fi beelladaa…
Ityoophiyaa fi Sudaan Waldhabdeesaanii mariin furuuf walii galan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan Waldhabdee daangaa dabalatee waldhabdee gidduusaanii jiru mariin furuuf walii galan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dura…
Tajaajiloonni qontsilaa Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa kennu michummaa uummata biyyoota lameenii…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Tajaajiloonni qontsilaa Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa kennu michummaa uummata biyyoota lameenii giddugala godhachuu akka qaban Ministir Deetaan…
Naannoo Oromiyaatti tajaajilli lammummaa dargaggootaa gannaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tajaajilli lammummaa dargaggootaa gannaa magaalaa Bishooftuutti ifatti eegalamuu ibsame.
Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Duuti yoo na dursuu baateef hanga yuunvarsiitiittan baradha- ga’eessa waggaa 53 qormaata kutaa 8ffaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ga’eessi umrii waggaa 53 Abbaa Zawug Baqqalaa Mulaateen magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 7 mana barumsaa sadarkaa jalqabaa…
Tarkaanfii Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee fudhateen hanga ammaatti konkolaattonni booteen 12…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Tarkaanfii Seeraa hanga ammaatti fudhatameen konkolaattonni booteen 12 fudhatamuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee beeksise.
Biirichi guyyaa…
Ministeerichi dhaabbilee Turkii waliin waliigalteewwan 3 waliif mallatteessuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Turkii waliin sanadoota waliigaltee sadii waliif mallatteessuu ibsame.
Waliigalteewwan kunneen misoomaa fi barbaacha…
Hanqina sanyii filatamaa furuuf qonnaan bultoonni kilaasteraan gurmaa’uun akka misoomsaniif…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Hanqina sanyii filatamaa jiru furuuf bara kana qonnaan bultoonni kilaasteraan gurmaa'uun akka misoomsaniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Yaa’iin Addaa Hoggantoota IGAD Keeniyaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Yaa’iin Addaa Hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 39ffaan Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iin addaa hoggantoota…