Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Addaa Hoggantoota IGAD Keeniyaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Yaa’iin Addaa Hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 39ffaan Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iin addaa hoggantoota…
Qormaatileen baay’atanis hojiilee misoomaa qabannerraa duubatti hin jennu – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Qormaatileen baay'atanis hojiilee misoomaa qabannerraa duubatti hin deebinu jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinnaa Oromiyaa…
Tajaajilichi naannoleen lakkoofsa gabatee konkolaataan ajajan yeroon fudhachuu dhabuun rakkoo…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannoleen lakkoofsa gabatee konkolaataa ajajan yeroon fudhachuu dhabuun rakkoo hojiimaataa irraan ga’uu Tajaajilli Geejjibaa Paabilik Sarvisii ibse.…
Bu’aa ba’ii hedduu keessatti bu’aa guddaa galmeessisuu dandeenyeera- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Bu’aa ba’ii hedduu keessatti bu’aa guddaa galmeessisuu dandeenyeera jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon.…
Haleellaa fi ajjeechaan dabalataa akka hin raawwanneef gandoota saaxilamoo ta’an keessatti sirni…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Lammiileerratti Haleellaa fi ajjeechaan dabalataa akka hin raawwanneef gandoota saaxilamoo ta’an keessatti sirni milishaa fi poolisii hawaasaa cimsuu…
MM Abiy Ahimad Al Burhaan Waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Mana Maree Ce'umsaa Birmadummaa Sudaan Abdulfattaa Al Burhaan Waliin Keeniyaa Naayiroobiitti…
Naannolee garaagaraatti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa laatamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannolee garaagaraatti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa laatamuu eegaleera.
Itti Aanaan Pireezidaantii fi Hogganaan Biiroo Barnootaa naannoo Sidaamaa…
Jilli Obbo Shimalisiin durfamu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Haramaayaa eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdisaan durfamu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Haramaayaa Sadarkaa…
Humni kabachiisa Nageenyaa Ityoophiyaa Juubaalaanditti nageenyi akka mirkanaa’uuf ga’ee olaanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Humni kabachiisa Nageenyaa Ityoophiyaa Juubaalaanditti nageenyi akka mirkanaa’uuf ga’ee olaanaa ba’achaa jiraachuu Soomaaliyaatti Ittaanaan…
MM Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii addaa hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii…