Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii addaa hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii…
Faayidaa Oomisha bunaarraa argamu guddisuuf kutannoon hojjechuu barbaachisa- Obbo Ristuu Yirdaa
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Faayidaa Oomisha bunaarraa argamu guddisuuf kutannoon hojjechuu barbaachisa jedhan Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan.…
Haala yaa’iinsa daldalaa fi Invastimantii Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduu jiru guddisuun…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Haala yaa’iinsa daldalaa fi Invastimantii Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduu jiru guddisuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera.…
Naannawaan daldala bilisaa biyya keessaa eegaluun damee loojistikii ni dadammaqsa- Aadde Daagmaawit…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannawaan daldala bilisaa biyya keessaa eegaluun damee loojistikii kan dadammaqsu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Aadde…
Qormaata rakkisaa waliin ta’uun irra aanuun nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf tattaaffiin…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) - Qormaata rakkisaa waliin ta’uun irra aanuun nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf tattaaffiin taasifnu itti fufa jedhan Itti…
Meeshaalee bu’uuraa fayyadamtootaaf qixa sirriin qaqqabsiisuu dhabuun seeraan nama gaafachiisa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Meeshaalee bu'uuraa fayyadamtootaaf qixa sirriin qaqqabsiisuu dhabuun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu Ministeerri Haqaa ibse.
Meeshaalee…
Mootummaan hojii Shanee qulqulleessuuf tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee itti fufa- Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Mootummaan hojii Shanee qulqulleessuuf tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu Caffeen Oromiyaa ibse.
Caffeen Oromiyaa Godina Qeellam…
Manni Marichaa haleellaa gareen shororkeessaa Shanee Ummata nagaarraan gahe balaaleeffate
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa gareen shororkeessaa Shane Ummata nagaarraatti raawwate balaaleeffateera.
Manni Maree Bakka Bu’oota…
Mootummaan naannoo Oromiyaa tarkaanfii shaneerratti fudhatu cimee kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa haleellaa Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaanitti, humni shororkeessaa shanee lammiilee nagaarratti raawwateen…
Hojiilee dippiloomaasii cimaa itti fufsiisuuf qindominaan hojjetamuu akka qabu Ambaasaaddar Diinaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Hojiilee dippilomaasii ciccimoo itti fufsiisuuf qindominaan hojjetamuu akka qabu Daayrektarri Jeneraalaa Paabilik Dippilomaasii Ministeera Dhimma Alaa…