Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Ummata keenya waliin hanga dhumaatti hordofnee Shanee ni dhabamsiifna”-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Ummata keenya waliin hanga dhumaatti hordofnee garee shororkeessa Shanee ni dhabamsiifna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen…
Koomishinichi ajandaa dhiyeessuu kamuurratti mari’ataa waliin mootummaan mariif qophii ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Koomishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaa dhiyeessuu kamuurratti mari’ataa waliin mootummaan mariif qophii qophii ta’uu…
Kaffaltii deeggarsa boba’aa biyyaalessaa raawwachiisuuf qaamolee dhimmi ilaallatu gidduutti…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Kaffaltii deeggarsa boba’aa biyyaalessaa yaadame raawwachiisuuf Ministeeraa Geejibaa fi Loojistiksii, Itiyoo Teelekoomii fi Dhaabbata Dhiyeessaa…
Hiriira naannoo buufata boba’aa jiru hambisuuf guyyaatti boba’aan liitirri miiliyoonni 10 ol galaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Boba’aa waraabuuf hiriira dheeraa naannoo buufata boba’aa jiru hambisuuf guyyaatti boba’aan liitirri miiliyoonni 10 ol guyyaa guyyoottan lamman irraa…
Pirofeesar Birhaanuu Naggaa Ambaasaaddar Mikaa’eel Uputoon waliin dhimmoota barnootaarratti…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Niwuziilaandi Ambaasaaddar Mikaa’eel Uputoon waliin dhimmoota…
Oromiyaatti bara kana lafti heektaarri miiliyoonni 4.5 kilaastaraan kan misoomu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana lafti heektaarri miiliyoonni 4.5 kilaastaraan kan misoomu ta’uu ibsameera.
Naannichatti bara kana lafa hektaara…
Mariin Koree Giddu galeessaa Liigii Dargaggoota Paartiii Badhaadhinaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Mariin Koree Giddu galeessaa Liigii Dargaggootaa Paartiii Badhaadhinaa magaalaa Dabra Birihaaniitti eegaleera.
Marichi raawwii…
Lammiileen kumni 1 fi 59 Sa’udiirraa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 59 Saa’ud Arabiyaarraa gara…
Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufeera
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufuu ibsameera.
Tibbana biyyattiitti namoota qondaaltoota waraanaa mormuuf hiriira ba’an 9…
Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu baname
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu ifatti banamuu ibsameera.
Abbaan Taayitaa Qabeenya Kalaqa Sammuu Ityoophiyaa deeggarsa Dhaabbata Qabeenya Kalaqa…