Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirna imala gara biyyaa “Iidii hanga Iidii” marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sirna imala gara biyyaa "Iidii hanga Iidii" marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara biyyaa galaa jiraachuu ibsameera.
Ministir Deetaan…
Hundeeffamni Mootummaa Naannoon Sidaamaa waggaa 2ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Hundeeffamni Mootummaa Naannoo Sidaamaa waggaa 2ffaan Magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira.
Saganticharrattii Afyaa’ii naannichaa Aadde Faantaayee…
Galaanitti pirojektoonni 53 eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Galaanittii projeektoonni misoomaa garaagara ijaarsi isaanii xumurame 53 eebbifamaniiru.
Pirojektoonni kunneen hirmaannaa ummataa fi…
Yaa’iin bishaan, nyaataa fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) - Yaa’iin idil addunyaa wabii nyaataa, bishaanii fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi Yuunivarsiitii…
Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa fi walga’iin koree giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo…
Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaannii kutaa 8ffaa bara 2014 Waxabajjii 27 - 29 kennamu bakka hundatti haala gaariin jalqabuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa…
Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati-MM Abiy Ahima
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa toora Tiwiitaraan…
Humnoota daandii nagaa mootummaan dhiyeesse cinaatti dhiisuun waraana barbaadanirratti yeroo…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Humnoota daandii nagaa mootummaan diriirse cinaatti dhiisuun waraana barbaadanirratti yeroo gabaabaa keessatti tarkaafii cimaa fudhachuuf qophiin…
Magaalaa Jimmaatti Piroojektootni Birrii biiliyoona walakkaa oliin hojjataman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Piroojektootni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miilyona 51 oliin hojjatamaa turan eebbifamaniiru.
Piroojektootni guyyaa har'aa…