Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattootni kutaa 8ffaa qabxii gaarii galmeessisuuf qalbiin akka qoraman Biiroon Barnoota Oromiyaa…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Qormaata Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 kannamuu eegaluun, barattootni qabxii gaarii galmeessisuuf qalbiin akka qoraman Biiroon Barnoota Oromiyaa…
Jilli Obbo Abdurhamaan Abdallaatiin durfamu Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti piroojektota Birrii…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) –Jilli sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti hogganaa kilaastera Baadiyaa Obbo Abdurhamaan Abdallaatiin durfamu Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti…
Yunivarsiitiiwwan Waachaamoo fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) –Yunivarsiitiin Waachaamoo Kaampaasiin Duraamee fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan kuma 1 fi 500 ol eebbisiisaniiru.…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddellee eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddelleetti Birrii…
Pireezidaant Musxafee Mahaammad Piroojektii babal’ina Humna Elektirikaa magaalaa Jigjigaa…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektii babal'ina Humna Elektirikaa magaalaa Jigjigaa eebbisiisaniiru.
Humna…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan akka Oromiyaatti godina Iluu Abbaa Booritti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Pireezdaantii Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa akka Oromiyaatti…
Koolleejjiin Barnoota Barsiisota Shaambuu Marsaa 10ffaan Sagantaa Idileefi galgalaan Barattoota 238…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Barnoota Barsiisota Shaambuu Marsaa 10ffaan Sagantaa Idileefi galgalaan Barattoota 238 eebbiseera.
Koolleejjiin Barnoota Barsiisota…
Komishiniin Maree biyyaalessaa gara boqonnaa qophiitti ce’uu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Komishiniin Maree biyyaalessaa hojii qophii duraa xumuruun gara boqonnaa qophiitti ce'uu Walitti qabaan komishinichaa Piroofeesar Masfin Aariyaan…
Akka aadaa keenyaatti namni eebbifame tolaaf kan yaamameedha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Akka aadaa keenyaatti namni eebbifame tolaaf kan yaamameedha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Tokkoon tokooo eebbifamtootaa utubbaa…
Jilli pireezidaanti Shimallisiin durfamuu hojii misooma baala Shaayii godina Iluu Abbaa Boor…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli pireezidaantii bulchiinsa mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu hojii misoomaa baala Shaayii godina Iluu Abbaa boor aanaa…