Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli pireezidaanti Shimallisiin durfamuu hojii misooma baala Shaayii godina Iluu Abbaa Boor…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli pireezidaantii bulchiinsa mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu hojii misoomaa baala Shaayii godina Iluu Abbaa boor aanaa…
Naannoo Gaambeellaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Uumood Ujuun sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa Aanaa Gaambeellaa ganda Qarmiitti ifatti eegalchiisan.…
Biyya gootonni dhiiga isaanii laachuun kabachiisan wareegamaan itti fufsiisna – Miseensota…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Biyya gootonni dhiiga isaanii laachuun kabachiisan wareegamaan itti fufsiisna jedhan Miseensonni maakaanaayizdii fi waraana lafoo Ajaja Kaaba Lixaa.…
Piroojektiin bishaan dhugaatii Laga Daadhii Birrii biiliyoona 4 oliin hojjetame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen durfamu Piroojektiin bishaan dhugaatii Laga Daadhii marsaa 2ffaa eebbisiiseera.…
Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa marsaa 21ffaaf poolisoota leenjisee eebbise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa marsaa 21ffaaf poolisoota filee leenjisaa ture har’a eebbiseera.
Poolisoonni har’a eebbifaman Akkaadaamii Leenjii…
Miseensonni garee shororkeessaa Humna Addaa Tigiraay irraa dhufan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Miseensonni garee shororkeessaa Humna Addaa Tigiraay irraa dhufan to’atamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.
Miseensonni Humna Addaa…
Ambaasaddar Dooktar Silashii Baqqaalaan xalayaa muudamaa Pirezidaanti Joo Baayidaniif dhiyeessan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dooktar Silashii Baqqalaa xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii Ameerikaa Joo Baayidaniif…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti godaantotaa fi kutaalee hawaasaa naannawaa godaantotaa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Boordiin Daayrektarootaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaatti godaantotaa fi kutaalee hawaasaa naannawaa godaantotaa jiraataniif deeggarsaa Doolaaraa…
“Imala Iidaa hanga Iidaa” marsaa 2ffaan akka milkaa’uuf qophiin barbaachisu taasifameera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – “Imala Iidaa hanga Iidaa” gara biyyaa marsaa 2ffaa eegalchiisuuf qophiin barbaachisaan xumuramuu Tajaajilli Diyaasapooraa Ityoophiyaa beeksise.…
Ijaarsa Mana Tiyaatiraa Raas’f dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebee Ijaarsa mana tiyaatiraa Raas’f dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Sirna dhagaa bu’uuraa…