Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa Mana Tiyaatiraa Raas’f dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanecha Abeebee Ijaarsa mana tiyaatiraa Raas’f dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Sirna dhagaa bu’uuraa…
Humnoonni alaa hedduun biyya keenya dadhabsiisuuf waraana bakka bu’iinsa labsuu hubachuun ummanni…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Humnoonni alaa hedduun biyya keenya dadhabsiisuuf waraana bakka bu’iinsaa labsuu hubachuun ummanni keenya fashaleessuu qaba jechuun Itaamaajoor…
Aanaa Ambaassalitti rasaasni moortaaraa 16 to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaasaalitti rasaasni moortaaraa 16 yeroo sadaffaaf to’atamuu Waajjirri Milishaa Aanichaa beeksise.
Dursaan Garee…
Barana biqiltuu baala shaayii miliyoonaa 4 lafa heektaraa 100 olirratti dhaabuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Barana biqiltuu baala shaayii miliyoonaa 4 lafa heektaraa 100 olirratti dhaabuuf hojjetamaa jiraaachuun eerame.
Guyyaa har’aa sirni baninsa biqiltuu…
Hojiin ilaalcha diinummaa ummatarraa adda baasuu cimee itti ifufaa-Obbo Abirahaam Allaanyi
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Hojiin ilaalcha diinummaa, ummatarraa adda baasuu cimee itti fufaa jechuun Ministirri Ittigaaftamaa Damee Ijaarsaa Siyaasaa fi Warraaqasaa Waajjira…
Bulchiinsi magaalichaa jiraattoota harkaa qalleeyyii kuma 60’f maaddii qoode
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, jiraattota kuma 60’f sagantaa maaddii waliin qooddachuu gaggeesseera.
Sagantaan kun lammiilee kuma 60 fi 99 kan…
Raajiin ‘Raajii hojjete!’
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Dargaggoo Raajii Ashannaafii Yuunvarsittii Saayinsiifi teeknooloojii Adaamatti barnootaa isaan koorsiiwwan 60 fudhate hunda A+ (60+) galmeesisuun…
Daandichi addunyaarraa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa fi Eeshiyaa walquunnamsiisu ta’uun…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) –Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa daandiilee idil addunyaa jiran keessaa daandii filatamaa adda duree Afrikaa fi Eeshiyaa walquunnamsiisu ta’uun eerame.…
Sirni gibiraa tuttuqqaa namaarra fagaataa ammayyaa’aa adeemuu qaba-Aadde Adaanach
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2014tti sagantaa sosochii kaffaltii gibiraa gaggeessa jira.
Waltajjii sosochi kanarratti Kantiibaan…
Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Pirezadaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Magaalaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Bulchiinsa…