Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Pirezadaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Magaalaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Bulchiinsa…
Barattoonni eebbifamtan nageenya fi misooma biyyaaf dhaabbachuun dirqama- Pirofessor Iyyaasuu…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Baratoonni eebbifamtan nageenyaa biyyaa qormaatni itti heddumate fi misooma biyyaaf dhaabbachuun dirqama jedhan Walitti Qabaan Boordii Yunivarsitii…
Naannoleen baajata deeggarsaa fi galiiwwan waliiniirraa qoodni galii argatan dabalaa jiraachuun…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoleen Baajata deeggarsaa fi galiiwwan waliiniirraa qoodni galii argatanii dabalaa jiraachuu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu…
Waajjirri ministeerichaa biirolee naannolee fi dhaabbilee itti waamamoo waliin dameelee…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa biirolee naannolee fi dhaabilee itti waamamoo waliin kallattii xiyyeeffannoo bara baajataa 2015rratti mari’ateera.…
Sagantaan tajaajila tola ooltummaa baatiiwwan Gannaa Naannoo Kibba Lixaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti sagantaan tajaajila tola ooltummaa baatiiwwan Gannaa mata duree “Gaarummaa olka’iinsa Ityoophiyaaf”…
Finfinneetti pirojektin bishaan Meetirik kiyuubii kuma 86 maddisisu boru eebbifama
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Finfinneetti pirojektin bishaanii, bishaan meetirik kiyuubii kuma 86 maddisisu guyyaa boruu ni eebbifama.
Pirojektichi baajataa Bulchiinsi Magalaa…
Yuunivarsitiiwwan garagaraa guyyaa har’aa barattoota barsiisaa turan eebbisaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Muummee barnootaa gargaraan barattoota digirii jalqabaa, lammaffaa fi sadaffaan barsiisa ture eebbisiiseera.
Yuunivarsitichi…
Komishiniin marii biyyaalessaa fi fooramiin misoomaa fi nageenyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Walta’iinsa hojii uumtotaa fi abbootii qabeenyaan kan hundeeffame Fooramiin Misoomaa fi Nageenyaa akkasumaas, Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa sagantaa…
Shakkamtoonni lubbuu lammii Chaayinaa tokko ajjeessuun gara Keeniyaatti baqatan Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Shakkamtoonni lubbuu lammii Chaayinaa tokko ajjeessuun gara Keeniyaatti baqatan Poolisii Inter Poolii Federaalaa Ityoophiyaaf dabarfamuun…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin marii gaggeessuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin marii gaggeessuu ibsameera.
Sagantaan Misoomaa Dhaabbata Mootummoota…