Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Makonnin Gamtaa Afrikaatti Komishinara Dhimmoota Siyaasaa, Nageenyaa fi Tasgabbii…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Minitirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gamtaa Afrikaatti Komishinara Dhimmoota Siyaasaa, Nageenyaa fi…
Ergamtoonni Ijiptii fi ABUT Ityoophiyaa fi Sudaaniin qooduuf shira xaxaa jiru- Xiinxalaa Siyaasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ergamtoonni Ijiptii fi ABUT Ityoophiyaa fi Sudaaniin qooduuf shira xaxaa jiraachuu Xiinxalaan Siyaasaa Ameerikaa Andiriiwu Kooriibkoon ibse.…
Hidhattoota Shanee 45 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaa Begii ganda Teenzatti Hidhattoota Shanee 45 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera.
Hidhattoota Mana…
Lammiileen kumni 1 fi 133 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Balalii marsaa sadiiN guyyaa har’aa lammiileen kumni 1 fi 133 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneen keessaa 3…
Manneen murtiitti adeemsi haqaa harkifachuu fi murteen jallachuun yaaddoo malaanmaltummaa ta’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Manneen murtiitti adeemsi haqaa harkifachuu fi murteen jallachuun yaaddoo malaanmaltummaa ta’aa jiraachuu Koomiishiniin Naamusaa fi Farra…
Obbo Shimallis Godina Booranaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu fi Siidaa Sheek Bakrii Saphaloos…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu Godina Booranaa Magaalaa Yaa’abal’ootti Proojektoota misoomaa…
Manni Maricha haleellaa gareen Shanee lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa gareen Shanee iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffateera.…
Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa ni guddisna- Injinar Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa kan guddisan ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ibsan.…
Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “FIAS” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka…
Yunvarsiitiin Haramayaa qonnaan bultoota hongeen miidhamaniif sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 17…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Haramayaa Qonnaan Bultoota hongeen miidhamaniif sanyii filatamaa kuntaala kuma 3 fi 416 Birrii miiliyoona 17 baasu raabseera.
Sanyii…