Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan hiyyummaa hir’isuu fi bu’uuraalee misoomaa tajaajiloota hawaasummaa guutuuf jijjiirama…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan waggootan darban hiyyummaa hir’isuu fi bu’uuraale misoomaa tajaajilootaa hawaasummaa guutuuf jijjiiramaa fooyya’aa galmeessuu Sagantaan…
Kitaabni Siinqee eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Kitaabni Siinqee mata duree “ The Essence Of Sinqe/Sinqo Cultural And Its Role In The Oromo Community” jedhuun Afaan Ingiliziin barreeffame magaalaa…
Obbo Awwaluu Abdii fi Obbo Fiqaaduu Tasammaan Naqamteetti ijaarsa giddugala dargaggootaaf dhakaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ittaanaan Preezdaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif taasiisu cimsee…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Tarkaanfii dhukaasa dhaabuu mootummaan fudhate hordofee Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif taasiisu…
Mariin misooma Niwukilaraa Iraan Kuwaataritti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Mariin Waliigaltee misooma Niwukilaraa haaromsuuf Iraanii fi Biyyoota Badhaadhaa addunyaa addunyaa gidduutti taasifamaa ture waliigaltee malee…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa gale
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Mooyyalee galeera.
Jilichaaf Abbootiin Gadaa,…
Qabsoon gootonni baddaa Baalee taasisan dhaloota har’aaf bu’uura kaa’eera – Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Qabsoon gootonni baddaa Baalee taasisan dhaloota har’aaf bu'uura kaa’uu Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaan ibsan.…
Duulli Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraa keessatti…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Duulli Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraa keessatti eegaleera.
Duulichi mata duree “ Ashaaraa keenya…
Obbo Dammaqaa Mokonnin haaromsa manneen harka qalleeyyii jalqabsiisan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministiri Dhimma Alaa Obbo Dammaqa Mokonnin, Finfinnee Kutaa Magaalaa Guullaleetti haaromsa manneen harka qalleeyyii…
Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu misooma daandii godina Baalee daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaaniin durfamu godina Baalee, aanaa Agaarfaatti ijaarsa daandii Aliidha hanga Agaarfaa…